Get Mystery Box with random crypto!

Burqaa Ispoortii

Logo of telegram channel burqaaispoortii — Burqaa Ispoortii B
Logo of telegram channel burqaaispoortii — Burqaa Ispoortii
Channel address: @burqaaispoortii
Categories: Sport
Language: English
Subscribers: 84.17K
Description from channel

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
CEO @Obsamilli
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Ratings & Reviews

2.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

1


The latest Messages

2024-03-27 09:21:46
Taphataan sarara ittisa bitaa Livaarpuul Andi Roobertisan miidhamni isa mudateera, sababa kanaan galgala tapha biyya isaa Iskootilaandif taasisa ture addaan kutee baheera.

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
15.0K views ¹⁰ Lᴇᴏ ɢᴏᴀᴛ Ʀᴏɴᴀʟᴅᴏ ⁷ , edited  06:21
Open / Comment
2024-03-27 08:57:23
Koobii Maayinoon tapha isaa jalqabaa garee biyyaalessaa Ingilaandif hiriira dhaabbiin eegale.

Taphataa cimaa taphicha tahuun filatame

    Star boy

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
14.5K views ¹⁰ Lᴇᴏ ɢᴏᴀᴛ Ʀᴏɴᴀʟᴅᴏ ⁷ , edited  05:57
Open / Comment
2024-03-27 08:22:56
Tapha kaleessaa Inglaand fi Beeljeem gidduutti taphatameen Koobii Maaynoon taphataa cimaa jedhamuun filatameera.

         Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
         @BurqaaIspoortii
14.1K viewsObsaanMilli, 05:22
Open / Comment
2024-03-27 06:34:42
Ramaddiin guutuu geba Awurooppaa 2024 kana fakaata.

         Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
         @BurqaaIspoortii
14.2K viewsObsaanMilli, 03:34
Open / Comment
2024-03-27 06:33:15
Taphoota kaleessa taphataman

Tapha gulaalli geeba Awurooppaa

Joorjiyaa 1-0 Griik
Yukireen 2-1 Ayislaand
Weels 0-0 Polaand 

Taphoota michooma.

Noorwey 1-1 Slovaakiyaa 
Deenmaark 2-0 Faaroo Ayislaand
Romaaniya 2-3 Kolombiyaa
Seenegaal 1-0 Beeniin
Yugaandaa 1-2 Ayvoorikoost 
Inglizii 2-2 Beeljeem
Jarmaan 2-1 Neezarlaand
Sloveniyaa
2-0 Porchugaal
Ijiipt 2-4 Kirooshiyaa
Faransaay 3-2 Chiilii
Maalii 2-0 Naayjeeriyaa 
Ispeen 3-3 Biraazil 
Aljeeriyaa 3-3 Afrikaa Kibbaa

         Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
         @BurqaaIspoortii
14.2K viewsObsaanMilli, edited  03:33
Open / Comment
2024-03-26 19:56:00
Erga bara 2024 seene booda taphattoota Pirimer Ligii Ingilaand keessatti gahumsa gaarii agarsiisan 11 bakka bakka isaaniin akka Who Scored baasetti.

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
17.5K views ¹⁰ Lᴇᴏ ɢᴏᴀᴛ Ʀᴏɴᴀʟᴅᴏ ⁷ , edited  16:56
Open / Comment
2024-03-26 17:53:48
Tapha eeggamaa torbee kanaa dilbata dhufu galgala sa'aatii 12:30 irraa kaasun Maanchister Siitii fi Arsenaal gidduutti gaggeefamu Antoonii Teyleer akka dursan beekameera.

Antionii Teyleer tapha Maan Siitii fi Arsenaal gidduutti taasifame kanaan dura yeroo sadi abbaa murtee ta'un kan dursan yoo ta'u isaan kessaa Maan Siitiin si'a lama yoo injifatu tokko walqixaan xummuran.

                      Ⓢⓗⓐⓡⓔ
              @BurqaaIspoortii
              @BurqaaIspoortii
17.5K viewsObsaanMilli, edited  14:53
Open / Comment
2024-03-26 17:46:33
Tapha michummaa galgala har'aa Biraazil Ispeen waliin qabdun Venishees Juuneer dursaa taphatoota ta'un gara dirree akka seenu beekameera.

         Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
         @BurqaaIspoortii
16.5K viewsObsaanMilli, edited  14:46
Open / Comment
2024-03-26 16:33:45
| Sadarkaa walii galaa Pirimer Ligii Ingilaand bara dorgommii hunda.

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
16.6K views ¹⁰ Lᴇᴏ ɢᴏᴀᴛ Ʀᴏɴᴀʟᴅᴏ ⁷ , edited  13:33
Open / Comment
2024-03-26 16:26:09
Maanu'eel Akaanjiin miidhama shaakala irratti isa mudateen garee biyyaalessaa Siwiizarlaand gadhiisee bahe jira.

Akaanjiin amma gara Maanchistar Siitiitti ni deebi'a.

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
15.9K views ¹⁰ Lᴇᴏ ɢᴏᴀᴛ Ʀᴏɴᴀʟᴅᴏ ⁷ , edited  13:26
Open / Comment