Get Mystery Box with random crypto!

ancient history of oromoo and oromia

Logo of telegram channel etbisahusen — ancient history of oromoo and oromia A
Logo of telegram channel etbisahusen — ancient history of oromoo and oromia
Channel address: @etbisahusen
Categories: Telegram
Language: English
Country: Not set
Subscribers: 1.52K
Description from channel

YouTube kenya
https://youtu.be/eq2eWxR8t-w
Facebook kenya
https://www.facebook.com/ebisaahusen/

Ratings & Reviews

2.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

1


The latest Messages 39

2021-03-06 19:45:24 Odeeffannoo dhugaa Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa armaan gadii #cuqasuun itti dabalamaa.
185 viewsRobI A, 16:45
Open / Comment
2021-03-05 19:57:55 Fiilmii Gababaa Afaan Oromoo ergaa jabduu qabdu tana ilaaluun wal biraan gahaa. Subscribe gochuun nu jajjabeessaa.



114 views¥dnk Kachu, 16:57
Open / Comment
2021-03-04 18:55:44 #GuyoWariyo

Gazeexesaa Guyyoo Waariyoo OMN'tti deebi'uuf murteesse.

Gazeexesaa Guyyoo Waariyoo turti baatii 10 booda; Sanbata dhufu Gurraandhala 27 bara 2013 eegalee gara OMN'tti akka deebi'uu beeksise.

Gaz. Guyyoo Waariyoo maaliif gara OMN'tti deebi'ee?

Gabaasa guutuu dubbisaa

http://www.gadaamagazine.com/Recent-News/details/227/Gazeexesaa-Guyyoo-Waariyoo-OMNtti-deebiuuf--
158 viewsRobI A, 15:55
Open / Comment
2021-03-03 21:41:07 Odeeffannoo dhugaa Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa armaan gadii #cuqasuun itti dabalamaa.
235 viewsRobI A, 18:41
Open / Comment
2021-03-03 17:20:41 " SADAN SOODDOO"
===================
Sooddoo ilma Daaccii, ilma Tuulamaa damee Booranaa kan ilma oromootti. Tuulamni ijoollee sadii qaba ture isaanis:- Daaccii, Bachoo fi Jillee dha. Yeroo mara namootti hedduun gaafa maqaa Sooddoo jedhu dhagahan akka qomoo Guraageetti kan ilaalan hedduu dha. Sooddoo ijoollee sadii godhatee lafasaa maqaasaattin moggaafatee irraa jiraachaa ture. Sadan ijoollee sooddoo ; Odituu, Tummee fi Liiban jedhamu. Isaan kan warrii har'a sadan sooddoo jedhamuun beekaman. Lafti sooddoo naannoo oromiyaa shawaa kibba lixaatti argama. Aanootti ilman oromoo gosaatti sooddoo keessaa baay'inna jiraacha jiraan : Aanaa saden sooddoo, Aanaa bachoo, Aanaa waliso, Aanaa tolee, Aanaa bu'ii, Aanaa qarsa malimmaa fi Aanaa sooddoo daaccii yommuu ta'u karaa bahaattin Aanaa Maqii dugdaa karaa kibbaattin Aanaa bu'ii karaa kabbattin Aanaa sabaatta hawaasa daangeffama. Akkuma arman olitti ibsuuf yaalle Daaccii ilman sadii godhate sadan sana keessaa inni tokkoo sooddoo dha. Isaan kaanimmoo Galaanii fi Aboo jedhamu. Goototni ilman oromoo lakka'amni hin dhuman. Isaan keessaa akka fkn Taddessa birruu, Abdiisaa Aagaa, Waaqoo Guutuu, Oliiqaa Dingilii fi kkf yeroo mara kaafna. Goototni kun egaa ilman oromoo fi lafa oromiyaa naannoo adda addaarrattii kan dhalatan ta'uun beekamaadha. Akkuma kan ilmaan oromoo damee Tuulamaa warraa sadan sooddoo goototti dhalatanis hedduu dha. Isaan keessaa yeroo mara maqaan isaani akka biyyooleessatti kan ka'uuf akkuma gootota oromoo yeroo adda addaatti goottummaasaanittin beekamani fi xaaliyanii biyya isaani koonoleefachuuf dhufte lafa isaanirra calaasuun kan beekaman warra damee tuulama ilman sadee sooddoo keessaa hedduu maqaa dhahuun ni danda'ama. Duula xaaliyaani 1ffaa fi 2ffaa Aduwaarratti goottumma agarsiseen kan beekamti guddaa argatan keessaa kan maqaansa akka biyyoolessatti waamamu Baalchaa safoo( Abbaa nafsoo) damee tuulama ilma oromoo hidda sooddoo ta'uusaa beekamaa dha. Gootota lafti sooddoo biqilchite hedduudha, kan akka Baqqalaa wayyaa, G/maariyam Gaarii , Dj Ganamee Badhaanne, fituwararii Taddeesse Ganame , Qenyi Azmach Bayyane guddata Awaash fa'a akka fakkeenyaatti. Sooddoo lafa abbaasaa oromoorraa kan jiraatuuf Aadaa fuudhaa fi heerumaa Aaddaa sirna Gadaa kan qabu yeroo ta'u saba oromummasattin boonuudha. Gootonni armaan olitti maqaasaanii dhoofne kun egaa ofii fi saba isaanirra darbanii lafa fagoo deemuudhaan akka Itiyoopiyaatti seenaa isaan dabarsan kan dagatamu miti. Via ~seenaa UMATA oromoo
320 viewsKi, 14:20
Open / Comment
2021-03-03 17:20:30
189 viewsKi, 14:20
Open / Comment
2021-03-02 20:04:37 Odeeffannoo dhugaa Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa armaan gadii #cuqasuun itti dabalamaa.
238 viewsRobI A, 17:04
Open / Comment
2021-03-02 18:12:10 Oro TikTok videos on Kaachuu Entertaiment. Don't forget to subscribe



153 views¥dnk Kachu, 15:12
Open / Comment
2021-03-01 21:26:18 Dambalii Jaalalaa

Chaanaala Afaan Oromoo ergaawwan jaalalaafi walaloowwan jaalalaan guutame kanatti namni miseensa hin taane eenyu?
222 views¥dnk Kachu, 18:26
Open / Comment
2021-02-28 22:01:27 Odeeffannoo dhugaaf itti dabalamaa.
199 viewsRobI A, 19:01
Open / Comment