Get Mystery Box with random crypto!

ancient history of oromoo and oromia

Logo of telegram channel etbisahusen — ancient history of oromoo and oromia A
Logo of telegram channel etbisahusen — ancient history of oromoo and oromia
Channel address: @etbisahusen
Categories: Telegram
Language: English
Country: Not set
Subscribers: 1.52K
Description from channel

YouTube kenya
https://youtu.be/eq2eWxR8t-w
Facebook kenya
https://www.facebook.com/ebisaahusen/

Ratings & Reviews

2.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

1


The latest Messages 4

2022-06-16 21:14:38 ----****-------
HUBACHIISA:
1-Gosa Arsii ta’ee kan maqaan hin dhahamin yoo jiraate, maqaa gosa sanii dhahuun, iddoo gosti sun baay’innaan itti argamu naaf ibsaa.
----
2- Lakki ka ati gosa jettee barreesite Gosaa miti balbala gosaati yoo jettan maqaa gosa inni jalatti argamuu, akkasumas iddoo/naannoo lafa oromoo kamitti akka balbalatti http://T.me/etbisahusen
635 views22916, 18:14
Open / Comment
2022-06-16 21:14:38 #ancient_history_of_oromoo. a Maqaa Gosoota Oromoo ARSII-[Ilmaan SikkooMandoo]


Oromoon gosa hin qabne hin jirtu. Oromoo biratti gosa ofii Wallaaluun salphina. Seera Sirna gadaatiin namni Oromoo tokko gosa, balbalaa fi hamma abba torbaatti lakkaa'uu qaba.

Hub:- Gosa ofii beekuun gosaan wal qooduu miti

Abbakara Camaca
Caatimannaa
Caatoo
Cawwaa
Ciimoo
Coofira
—-
Daddina
Daagulee
Daagooyyee
Daallee
Damina
Daayidaa
Danbii
Dange
Daawwee
Daraaraa
Daqeena
Daroo
Dawadiina
Deendaa
Diigaluu
Doodaa
Dodola
Doggomaa
Doomaga
Doonchoo

Dhaaye

Edamana
Eegoo
Eekkaa
Eessawwaa
Eljoo
Abaar-gada
Abbayyii
Abaay-mannaa
Abbiyyuu
Abboo-ali
Abburee
Abdooyyee
Abboosa
Aboosara
Aboojota
Aboonii
Aboonyee
Abroonyee
Absiilaa
Adaamii
Adamoonyee
Adamtuu
Adaree
Adarshoo
Adulaala
Agaarfaa
Ajaamoo
Ajjuuran
Akkiyyaa
Allaa
Alii
Alkasoo
Allujaana
Amaa-lama
Amaalagoo
Ambeentuu
Amiinyaa
Amoonyee
Amuumaa
Anasa
Angeedda
Argamooyee
Ari’a
Arroojjii
Asallaa/Hasallaa
Asaltuu
Asalaxxuu
Asgala
Askaala
Ashamii
Asharaafa
Ashmiiraa
Ashuutee
Ataabaa
Atucha
Awaandallaa
Awacheeche
Awuljana
Aymaroo
Ayyuuba

Baabboo
Baadagosa
Baadaboo
Baadosa
Baallee
Baalle-Tamboo
Baamuda
Badii
Balee
Baammajjaa
Baammannaa
Baallakasa
Barii/Baarii
Barbachoo
Beebee
Beegoo
Biddiiqa
Bidiroosa
Biltuu
Biilaa
Bilduu
Bilbiloo
Birbiraa
Biyyaalee
Bochoroosa
Boqqojjii
Boorana
Bulgaduma
Buraara
Buubuu
Bashiiraa
—-
Camaca
Caatimannaa
Caatoo
Cawwaa
Ciimoo
Coofira
—-
Daddina
Daagulee
Daagooyyee
Daallee
Damina
Daayidaa
Danbii
Dange
Daawwee
Daraaraa
Daqeena
Daroo
Dawadiina
Deendaa
Diigaluu
Doodaa
Dodola
Doggomaa
Doomaga
Doonchoo

Dhaaye

Edamana
Eegoo
Eekkaa
Eessawwaa
Eljoo

Faarachuu
Faraca
Farsaana
Farrajjee
Farzaana
Finxoo
Funyamura
Futtallee
Fooloo
—-
Gaadoo
Gandaanshoo
Gaadullaa
Gaadulloota
Gaalama
Gaalamtuu
Gaatura
Galchoo
Garoraa
Gamboo
Gaddoo
Gannata
Garaadee
Garisoo
Garjeeda
Gasala
Geetara
Gimboota
Giraamaa
Goodola
Goofingira
Godaymannaa
Gomoora
Goonosa
Golanuura
Gotoo
Gur-daama
Gurraa

Haballosa
Habarnoosa
Habeebee
Habuubaa
Haburaa/Aburaa
Hachana
Hadaabbaa/Adaabbaa
Haddaa
Hadaagaa
Halangoo
Halchaana
Haliibana
Hamiishada
Hanbeentuu
Hanqaroosa
Hanqa-diina
Hanxoo
Harboo
Harawa
Hasana
Hasansaba
Hawaxxuu
Hawwaree
Hawwiyyaa
Haximannaa
Heebanoo
Heellaa
Heeraro
Heexamoosa
Heexosa
Heeydara
Hinseemana
Hoboltoo
Hodhituu
Hooransoo
Huduga
Humxee
Hubaachoo
Huphannoosa
Hurfee
Hurxuuba

Ibsaana
Ilaa
Ilaannii
Ilbaccaa
Iluu
Imara
Isleeymana
Itayya

Jaafara
Jawaara
Jaawwi
Jidda
Jiliinshaa

Kabiiroo
Kacharaa
Kanshee
Kanshituu
Karrayyuu
Karaara
Keetaa
Kojii
Kolooba
Konee
Korbeeyyii
Korminee
Kube
Kullishaa
Kulchee
Kubbaayyee
Kuyyara

Laaqii
Laajjemannaa
Laxamannaa
Leemmu
Leemmossa
Liimoo
Liyyee
Loodee
Lolee

Maadada
Maachamanna
Maamma-nuura
Manaakaba
Maankula
Maaydoo
Maazaza
Maccaana
Maccituu
Madarshoo
Maleekkoo
Marfoo
Maroo
Masara
Masaranjee
Mazara
Meettaa
Moddollee
Mora

Nagoo
Niitee
Niyyaara
Noonnoo
Nugee

Obaaymanna
Oborraa
Odoo-dara
Ogolchoo
Ogoddaa
Oliyyee
Oldolmannaa
Oydomannaa
Olbatannaa

Qaancaqooca
Qaafituu
Qaasoo
Qalboo
Qallallee
Qirbinyee
Qooggoo
Qoomaa
Qoorabdoo

Raasoo
Raaytuu

Saamana
Saamoo
Saasamanyee
Sabiroo
Sabitoo
Sabuna
Saddiiqa
Saddiiqoo
Shakmara
Saddoo
Sa’immannaa
Salmoolee
Sangoo
Shankoora
Sarbaayyee
Sarboo
Sibee
Seemannaa
Sikkisaa
Silxaana
Sinaana
Singiga
Siraaja
Soobbaa
Soolee
Suraara
Suudee

Shaakko
Shaalimannaa
Shafilaa
Shaamdee
Shaamida
Shanaka
Shawwadee
Shaadama
Shatura
Sheebbaa
Sheelada
Shiree
Shunee

Tamaama
Tafaalaxa
Taa’oo
Tuuquu

Ungaata
Ungaanyee
Urjii
Ulullee
Uruu
Usula
—-
Waadaa
Waageda
Wa’amanyee
Waajii –
Waqaalola
Waaqoo
Waata
Waariyoo
Washarmina
Weegee
Weerara
Walbatannaa
Wolaanshoo
Wolaa-sila
Wolee
Wolashee
Wondoo
Wooraguu
Woshimbira
Woxee
Woyyoo
Woxisannaa

Xapheena
Xeemoo
Xeerara
Xiijoo
Xooqayaa
—–
Yaabetaa
Yaaqutaa
Yabsaana
Yaayya

Zaranxallaa
513 views22916, 18:14
Open / Comment
2022-06-15 21:37:58 #ARSII_FI_SAFUU
--
Arsiin ilma Ambattoo Dayyooti. Gosa Oromoo baaldhinna lafa qubateefi baay'inna ummataatin guddaa ta'edha.
Arsiin ilmaan lama qaba:

Mandoo Fi Siikko.

Siikko ilmaan shan qaba (Shanan Sikkoo):

I. Bullaala
II. Jawwii
III. Ilaani
IV. Wocalee
V. Waaji

Mando ilmaam torba qaba (Torban Mandoo):

I. Raayya
II. Kajawa
III. Utaa
IV. Waayyu
V. Waanama
VI. Harrojji (Biltuu)
VII. Hawaxxuu

Arsiin laga Waabee gamaafi gamana jira. Lafti waabee gamaa Baale yoo jedhamtu ta gamanaa Diida'aa jedhaniin. Gosti Arsii Waabee gama jirtu gamanas ni jirti.
Arsiin lafa isaa yeroo hedduu:

* Baale
* Gadab
* Albasoo
* Diida'aa
* Laangannoo fi
* Dambal

jedhee maqaa jahan kanaan adda qoodee waama. Haa ta'u malee Caancoo, Booruu, Waayyuu, Duuroo, Laajjo, Fasasa, jedhanii lafa babaldha jahan armaan olii keessatti kan waamamanis ni jiru.
--
Magaalonniifi aanaaleen akka: Asallaa, Adaabbaa, Sinaanaa, Boqojjii, Itayya, Loodee, Heexosaa, Diigaluu, Xiijoo, Amiinya, Abboosa, Agaarfaa, Eegoo, Haburaa, Heebanoo, Ogolcho, Kuyyara, Leemmuu, Bilbilo, Raayituu, Biltuu, Saddiqa, Silxaanaa, Suudee, Wondoo, Shiree fi kkf hundi isaanii maqaa gosa Arsii kan naannoo sanatti argamuuti.
---
---
Arsiin ummata woliin jireenya dinqisiisaa qabu. Ummata aadaa baldhoofi cululuqxuu qabu. Ka tuqan malee nama hin geenne. Ka haqaaf dhugaa isaa irratti du'u. Deegu ka wolii hirphu. Beelayu ka midhaan wolii fe'u. Ka xiqqaa guddaa kabaju. Maatii irra taree kan firaaf gosa soddaa kabaju. Woyyomaaf Siiqqee sodaatu. Ka keessummaa mana isaa bulte horii qaleefi miila dhiqee bulchu. Jaarsi Arsii keessatti kabaja guddaa qaba. Ka dubara dhiiratti fuudhu jaarsa. Ka dubbii hawaasumaa, waldhabdee garagaraa dubbate fixu jaarsa. Jaarsi Arsii biratti ulfaata, kabajaamaa, jaalatamaa. http://T.me/etbisahusen
573 views22916, 18:37
Open / Comment
2022-06-15 21:30:57 @Oromia_promotionbot
GOOBANAA DAACCII
      Kutta 1ffa
Goobanaa Daaccii Abbaa Duulaa /waraana/ olaana bara mootii Minilik nama turaniidha. Raas Goobanni bara 1817 akka dhalatan barreessaan ‘Soleillet’ jedhamu kan gabaase yoo ta’u, barreessan bira ‘Baira Tafala’ jedhamu immoo bara 1821 keessa akka dhalatan himeera. (‘Soleillet, Op. cit. P.114, For a biographical article on Ras Gobana’) Goobanni yeroo isaan itti dhalatan bara mootii Saahilasillaasee keessa ta’us walitti dhufeenyi isaan mootota Shawaa waliin qaban wanti beekame hinjiru. Hiddi dhalootasaanis Oromoo yoo ta’u gosa Tuulamaa, Abbichuu Galaan keessaa mana Waayyuuti.
Hidda Dhaloota Raas Goobana
Tuulama, Galaan, Abbichu, Waayyu, Amaan, Wadee, Daaccii, Goobana
jechun kan ibsamuudha.
Abbaan Goobanaa Abbaa Biyyaafi nama beekama naannawa Waayyuu (Tuulamaa kaabaa) yoo ta’an, akka barreessitoota tokko tokkootti Abbaa Gadaa gosaatii jedhu (Bair Tafala, Journal of Ethiopian Study, 1968).
Akka qorannoofi afoolaa maanguddoota Abbichuurraa walitti qabameen Goobanni daa’imummaatt……http://T.me/etbisahusen
83 views22916, edited  18:30
Open / Comment
2022-06-15 19:52:21 @tg_analytics_bot http://T.me/etbisahusen
96 views22916, 16:52
Open / Comment
2022-06-15 18:47:21
GOOBANAA DAACCII
      Kutta 1ffa
Goobanaa Daaccii Abbaa Duulaa /waraana/ olaana bara mootii Minilik nama turaniidha. Raas Goobanni bara 1817 akka dhalatan barreessaan ‘Soleillet’ jedhamu kan gabaase yoo ta’u, barreessan bira ‘Baira Tafala’ jedhamu immoo bara 1821 keessa akka dhalatan himeera. (‘Soleillet, Op. cit. P.114, For a biographical article on Ras Gobana’) Goobanni yeroo isaan itti dhalatan bara mootii Saahilasillaasee keessa ta’us walitti dhufeenyi isaan mootota Shawaa waliin qaban wanti beekame hinjiru. Hiddi dhalootasaanis Oromoo yoo ta’u gosa Tuulamaa, Abbichuu Galaan keessaa mana Waayyuuti.
Hidda Dhaloota Raas Goobana
Tuulama, Galaan, Abbichu, Waayyu, Amaan, Wadee, Daaccii, Goobana
jechun kan ibsamuudha.
Abbaan Goobanaa Abbaa Biyyaafi nama beekama naannawa Waayyuu (Tuulamaa kaabaa) yoo ta’an, akka barreessitoota tokko tokkootti Abbaa Gadaa gosaatii jedhu (Bair Tafala, Journal of Ethiopian Study, 1968).
Akka qorannoofi afoolaa maanguddoota Abbichuurraa walitti qabameen Goobanni daa’imummaatt……i
453 views22916, 15:47
Open / Comment
2022-06-14 15:44:18 https://t.me/+VKIVK51uiPi-HTEL
27 viewsJeremiah , 12:44
Open / Comment
2022-06-13 19:00:29 ከታሪክ አምድ
____
#የሼክ_ኢብራሂም_ቢሊ_መኖሪያ_ቤት 1919E.C

1.የሼክ አብራሂም ቢሊሳ መኖሪያ መገኛ ቦታ
በድሬደዋ 03 ቀበሌ መሀል ከዚራ ነው

2.የቤቱ ታሪካዊ ዳራ

ይህ ቤት በ1919ዓ/ም በድሬዳዋ ከተማ ይኖሩ በነበሩት ግሪካዊያን ነጋዴዎች እንደተሠራ ይነገራል።
ግሪካዊው የቤቱ ባለቤት በዚህ ቤት በሚኖሩበት ጊዜ በህመም ምክንያት ለአልጋ ቁራኛነት ይዳረጋሉ በዚህ ጊዜ መታመማቸውን ምክንያት ግሪኮቹ ስለ ሼክ ኢብራሂም ቢሊሳ ባህላዊ ታዋቂ ሀኪም መሆናቹን ለታማሚው ግሪካዊውን ይነግሮዋቸዋል። ግለሰብም/የቤቱ ባለቤት/ ሼኩን ወደ ቤታቸው ያስጠሩታል ሼኩም ወደ ግሪካዊ ቤት በማቅናት በአስተርጎሚ ከሰሙት በኃላ መዳህኒት ከባህላዊ ህክምና ያደርጉላቸዋል ማለትም የቤቱን ባለቤት ያክሟቸዋል ከዚያም በኋላ ግሪካዊው ከህመማቸው ይፈወሳሉ በዚህ ጊዜ ይኖሩበት የነበረውን ይህን ቤት ለሼክ ኢብራሂም ቢሊሳ በስጦታ እንዳበረከቱላቸው እስካሁን ድረስ በቤቱ ውስጥ የሚኖሩት የሼህ ኢብራሂም ቢሊሳ ቤተሰቦች አይነተኛ መስካሪዎች ናቸው።

3 . የሼክ አብራሂም ቢሊሳ ማንነትና የእውቀት ምንጭ

የሼክ አብራሂም ቢሊሳ የእስልምና ሀይማኖት ትምህርት የተማሩ ሰዉ ሲሆኑ በአካባቢያቸው ማህበረሰብንም ሲያስተምሩ የነበሩ ብልጥ እና ብልህ ሰው እንደነበሩ አንዳንድ ሽማግሌዎች እና ቤተሰቦቻቸው ይናገራሉ ።

ሼህ ኢብራሂም ቢሊሳ በድሬዳዋ ከተማ በዋናነት በንግድ የተሰማሩ የነበሩ ሲሆን ጎን ለጎን በበጎ ስራና የተቸገረውን በመርዳት የሚታወቁ የነበሩ በተለይ ሰዎች እሳቸውን ፍለጋ ከምስራቅ እና ከምዕራብ ሀረርጌ ድረስ እየመጡ የተለያዩ ባህላዊ ህክምና ያክሙ እንደነበር ሽማግሌዎች ይናገራሉ በዚህ የተነሳ ከመንግስት አካላት በንጉሱም ሆነ በደርግ ዘመን በርካታ ጊዜ ጨና ተፈጥሮባቸው እንደነበረና እንደታሰሩም ጭምር ሽማግሌዎች ይናገራሉ ። እና እሳቸውም በ1990ዎቹ ህይወታቸው እንዳለፈም ይነገራል።

4. ቤታቸው በድሬደዋ በታሪክ ቅርስ ጥናት እና ጥበቃ ስለመመዝገቡ

ይህ ታሪካዊ ቤት በከዚራ ድሮ አገልግሎት ይሰጥ ከነበረው መርሜይድ ክለብ ጎን ያለ ሲሆን ይህ ቤት በቅርስ ጥናት እና ጥበቃ ባለስልጣን እና በድ/ዳ ባህልና ቱሪዝም ጽ/ቤት እንደ አንድ የድሬዳዋ ቅርስነት ተመዝግቦ የሚገኝ ቅርስ ነው።
Telegram channel https://t.me/ancient_history_oromoo
85 viewsKiyu, 16:00
Open / Comment
2022-05-28 17:05:26 Finciltoota Oromoo Carcar kana goonkuma injifachuu hanqatee ture. Moormii Oromoota Ituu (Capha Minilikiin booda, Finciila diddaa gabrummaa Oromootaa keessaa kan Jalqabaa kan ture) kan waggaa dheeraa kanaaf too'achuu dadhabee ture kana, maqaa #Girriigirrii_Mahammad_Jiloo jechuun nama yeroo san finciila kana qindeessaa turen mooggaassuun yaama ture.

Dhumarratti-Mootunmaan Haayilee bulchitootaa fi abbootii lafaa iddoo biraatii fidee oromoota Carcarirratti muuduun humnaan too'achuuf yaaluus, kunnis hanga barbaadame osoo milkaa'uu hin dandayyin hafe. Haala kanaan finciila kana too'achuun akka salphaatti kan hin dandayyamne tahuu waan hubateef, mootummaan karaa tooftaa nagayyaatiin finciila kana qabaneessuu filate. Sababa kanaatiif hoogganoonni Fincila kanaa Muhammad Jiloo fi hiriyoonni isaa torban karaa nagayyaatiin harka kannatanis, warri akka #Umar_Abdullaa, #Sheikh_Umar, #Huulloo_Wadaay, #Biiftuu_Abdurqee, #Boruu_Soodduu fi kkf faan hamma sochii ijoollee Baalee sanitti Qabsoo osoo hin laafisiin itti fufuudhaan, finciilicha gara baddaa Baaleetti tarkaanfachiissuu dandayyanii jiru. Ammas Baaleerraa ofduuba deebi'uun dhuma Bara 1973ti Ona Ituu keessa Xirrootti Warraaqsi bilisummaa Oromoo bifa hammayyaatiin dhoohee, Qabsoon sunnis dhalootarraa dhalootatti daddabraa, hanga guyyaa arraatti lubuun turuu dandeesse jirti. Dhugumatti Galata guddaatu warra kanaaf Mala.

Horaa Bulaa
#ancient_history_oromoo Madda Beekumsaa fi Oddeefannoo, Daawwiitii Isa Kaleessa Keenyaa ti.
-
51 viewsKiyu, 14:05
Open / Comment
2022-05-06 21:06:49 https://play.google.com/store/apps/details?id=com.almaalem_ye.OromoQuran
269 views000, 18:06
Open / Comment