Get Mystery Box with random crypto!

ancient history of oromoo and oromia

Logo of telegram channel etbisahusen — ancient history of oromoo and oromia A
Logo of telegram channel etbisahusen — ancient history of oromoo and oromia
Channel address: @etbisahusen
Categories: Telegram
Language: English
Country: Not set
Subscribers: 1.52K
Description from channel

YouTube kenya
https://youtu.be/eq2eWxR8t-w
Facebook kenya
https://www.facebook.com/ebisaahusen/

Ratings & Reviews

2.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

1


The latest Messages 8

2022-02-08 18:18:36 https://t.me/ancient_history_oromoo
66 viewsKiyu, 15:18
Open / Comment
2022-01-27 18:42:14 https://www.facebook.com/111320201223002/posts/164860545868967/
79 viewsKiyu, 15:42
Open / Comment
2021-12-29 14:16:33
165 views Jeremiah, 11:16
Open / Comment
2021-12-22 18:23:20
Gootota Oromoo Obbolaa sadan
Raggaasaa Bultoo
Garbii Bultoo
Hirkoo Bultoo
Weerara Itali 22ffaarratti gootota seenaa addaa qabanidha. keessattuu warra Itali booji'uun nama qochisiifachaa turanidha.
Intalli mooticha H/Sillaasee Abbaa warraashee jarrumti irraa ajjeessan Garbiitti heerumuuf fedha horattes simachuu nama didedha jedhama.
Suuraan Abdii Nuuressaa

#ancient_history_of_oromoo
77 views000, 15:23
Open / Comment
2021-12-11 17:18:25
መና ገልማ አባ ገዳ (Mana Galma Abbaa Gadaa) ====================== ርቱዕ ጀማ፥ ብጹዕ ጀማ ለካ አንተነህ... አባ ገዳ፥ ኢልመ ገልማ ያደ ኦሮሞ ሻማ ዋቃ ገዲኒ፥ ነማ ኦሊኒ ሱማ፥ አከ ሱማ የተሰኘው፥ እንደአክሱማ የተባልከው፥ ፍጹም ጀማ ለካ አንተነህ...... - አገ ኦጋ፥ ጂገ ሎጋ አባ ሰርዳ፥ አባ ገዳ አባ ፈርድ፥ ነበልባሉ እም ቅድመ-ኦሪት፥ ባህሉ ያኢ ቢያ፥ አባ ቃሉ ቃ’ሉ’፥…
145 viewsKiyu, 14:18
Open / Comment
2021-12-11 17:16:39 መና ገልማ አባ ገዳ
(Mana Galma Abbaa Gadaa)
======================
ርቱዕ ጀማ፥ ብጹዕ ጀማ
ለካ አንተነህ...
አባ ገዳ፥ ኢልመ ገልማ
ያደ ኦሮሞ ሻማ
ዋቃ ገዲኒ፥ ነማ ኦሊኒ
ሱማ፥ አከ ሱማ
የተሰኘው፥ እንደአክሱማ
የተባልከው፥ ፍጹም ጀማ
ለካ አንተነህ......
-
አገ ኦጋ፥ ጂገ ሎጋ
አባ ሰርዳ፥ አባ ገዳ
አባ ፈርድ፥ ነበልባሉ
እም ቅድመ-ኦሪት፥ ባህሉ
ያኢ ቢያ፥ አባ ቃሉ
ቃ’ሉ’፥ የማይቀለበስ ቃሉ
ለካ አንተነህ........
-
ሴኧ’ት፥ አርካ
ኦ’ግ ገዳ፥ የአድባር ዋርካ
ያ’ዴ እናቴ፥ ያዴ እሴቴ
ያ’ዴ አቴቴ፥ ያዴ እቴቴ
ያቴ ኦራ፥ የኩሽ ነዶ
አባ ቦኩ፥ አከሚዶ
ባናትህ ጸሃይ፥ ከለቻ
የምትጠልቅ፥ አንተ ብቻ
የካም ኢደ ኢዶ ምድር
ተነባቢ፥ አስር ምስጢር
አባ ወሮ፥ አባ ወራ
አባ ባሮ፥ አባ በራ
አባ ካሮ፥ አባ ከራ
የጅቡቲም፥ ጀበጂሾ
የመቅዲሾም፥ መቀዲሾ
የነሙቴሳ፥ ከምበልኣ
እንደ ባሮ፥ ከምበልኣ
መነ..ደላ፥ አከ መንደላ
መቀ..ደላ፥ አከ መቅደላ
የፉላኒ፥ ካኖ ደላ
የምትሰኝ፥ የምታሰኝ
የጎና ቤት፥ አባ ከራ
የላሊ ቤት፥ ላሊ በራ
የከረዩ፥ አባ ከራ
በጎፈሬህ፥ ስሪት ላባ
አዶ አዶዬ፥ ውብ ቀዘባ
አዳ የከለቻ ተሸላሚ
የአዱ ግንባር፥ ተቀዳሚ
የአዲስ ዘመን፥ መጸው አደይ
አዳ አዱኛን፥ እልል እሰይ
የምታሰኝ፥ የምትሰኝ
አዱ አዱኛ፥ አባ ቢሌ
የአካ ኪሌ፥ የአባቢሌ
ለካ አንተነህ........
-
ገዳ ገዳም፥ የአለም ሰላም
ገዳ ቢሉሱማ ሳቃ
ፈካ ጉራቻ፥ አካ ዋቃ
የጻህፍት አምላኩ አኒ
ያለበሰህ ድርብ ከኒ
የጥቁር ፥ ፈርኦን ልሳን
የአዴ ኣዳ፥ ፀሃይ ብርሃን
የአዱሊስ፥ አዱኛ ኪዳን
አባ ገዳ፥ አባ በኣል
የቅድመ አክሱማዊት ቃል
የአስርቱ በሮች፥ መሰላል
የማለዳ ንጋት፥ ፀዳል
የኦሩስ፥ ኦሪሳ ተምሳል
ለካ አንተነህ...........
-
ኣገ ኦጋ፥ ጂገ ሎጋ
ያኢ ቢያ፥ አባ ቃሉ
የማይቀለበስ፥ ቃሉ
ርቱዕ፥ ጀማ
የተባልከው፥ አገሱማ
እንደ አክሱማ
ያደ ኦሮሞ፥ ሻማ
አባ ገዳ፥ ኢልመ ገልማ
ለካ አንተነህ........
( ሎሬት ፀጋዬ ገ/መድህን ቀዌሳ 1964)

Text and pictures :Social media


#ancient_history_of_oromoo
142 viewsKiyu, 14:16
Open / Comment
2021-12-09 20:57:47
Bara 1885 -1890 keessa shamaran oromo akkaataan rifeensa isaanii itti tolfatan hedduu nama ajaa'iba.
#ancient_history_of_oromoo
214 views22916, 17:57
Open / Comment
2021-11-28 21:36:56
68 viewsJeremiah , 18:36
Open / Comment
2021-11-22 23:01:12 Guddittii Gadi'aa Falasaa giifttii Oromoo
    ----------------------------------------------------
Seenaan Guddittti dheeradha. Akkoo manoyyee kan jedhamtu ishiidha. Oromoon abbaa irree jedheet ishii waama. Habashaan Yoodiit Gudiiti abbaa iree wareertuu jedheet hamma yoonaa ishii abaara. Seenaan Adunyaa leenca Giiftii Afrikaa jedheet waama.

Gosinni ishii Azaboo dha. Azaboon Asaboo ykn Ashaboo irraa dhufe. Jaarraa 9 keessa uummataa ijaartee waraana qopheesitee mootummaa Aksuma waraatee barbadeesitee angoo qabatteet waggaa 40 kaaba Itophiyaa Habashaafii Oromoo bulchite. Eega ishiin duutee motummaan hiddaZ-aguwee angoo ishii dhaaleet waggaa 333 kaaba Itophiyaa Oromoofi Habashaa bulchaa ture. Maqaan Zaguwee Z-Agaw yknZ-Hagahu irraa dhufe. Hagahu jechuun "haagahu" jechudha. Hagahu gosa Oromooti. Hortee kushi jedhameet waamama.

Mootummaan Za-agwee waggaa 333 keessa nugusoota 11 qaba. Maggalli isaanii Rohaa jedhama. Roohaan "Eddeessaa"tti jijjirame. Habashaan "Adeefaa" jedha. Booda "laalibalaa" tti jijjiirame. Laalibalaa jechuun "balaa ilaali" jechudha. Zaguween Taabota baayee ijaareet amantaa orthodoxii babaldhisaa ture. Taabota Laalibalaa dhagaa tokko irraa soqisee kan ijaare nugusa Oromoo Laaliibaladha.

Abbaa amanttii orthodoxii Oromoo dha. Oromoon Nubiyaa ykn Tigraayiif Eertraa keesa jiraatatan kiristinna kan fudhatan waggaa 40-78 AD keessa bara Giifttiin Oromoo Gandakee Gorsamee Guddichaa biyya bulchaa turtedha . Taabota hangafa Itophiyaa Tesyoon Maariyaam kan ijaare Gorsameedha. Habashaan Oromoo booda bara Ezanaa waggaa 493 amanttii kiristaana fudhate. 300 keesa fudhatan inni jedhamu soba. Ragaa በእትዮጵያ የተደበቀ አፓርታይድ ደራሲ ቡልቶ ሁበቺሣ ገጽ 573- 77

Akka seenaan ragaan bahutti amanttiin kiristaana handhuuraa (heritage) Oromooti. Amaara kan jedhamu durii calqabee 80% Oromoo afaan geizi fii amaariffa dubbatudha. Afaan Amaraa Geizi keessaa bahe. Amaariffi jaarraa 9 keessa afaan Agawu jehameet waamama. Ragaa

"Early Amharic, known as Agaw, emerged arroumd the ninth century as language of the agaw people." Source: Encyclopedia of Africa History and culture page 14.

Oromoon Jaarraa 9 keessa siidaa akkoo manoyyee gubbaatti Amaariffan "አሸመ አዛቦ"jedheet barreesseera ragaa siidaa asiin gadii ilaalaa. Amariffaa fii Geizi kan Oromoo ta'uu baraa. Uummanni Amaara jedhamu 80% Oromooha. Jaraa 12 duraa kaasee Agawu Amaara dabalatee Oromoo kibba Goojjamiif kibba Shawaa amantii Kiristaana barsiisaa ture. Ragaa

"The Zagwe dynasty power came from its large army. Which helped it spread CHRISTIANITY in the Southern region of Gojjam and Shoa populations that included of Amhara received Christianity instructions. "

Source: Encyclopedia of Africa History and culture page 248

Akkoo manoyyee ( Guddittiini) hidda Agawu gosa Azabooti. Ijollummaa ishiitii kaasee suuraan ishii kana fakkata.

#SHARE godhaa seenaa akkoo manoyyee uummataa barsiisaa siidaa ishii dakkatti ilaalaa.
27 views000, 20:01
Open / Comment
2021-11-20 02:46:52 https://vm.tiktok.com/ZM8p8NHWe/
20 views000, 23:46
Open / Comment