Get Mystery Box with random crypto!

ancient history of oromoo and oromia

Logo of telegram channel etbisahusen — ancient history of oromoo and oromia A
Logo of telegram channel etbisahusen — ancient history of oromoo and oromia
Channel address: @etbisahusen
Categories: Telegram
Language: English
Country: Not set
Subscribers: 1.52K
Description from channel

YouTube kenya
https://youtu.be/eq2eWxR8t-w
Facebook kenya
https://www.facebook.com/ebisaahusen/

Ratings & Reviews

2.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

1


The latest Messages 9

2021-11-16 01:16:13 SEENAA GABAABAA OROMOO GUJII
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Oromoon Gujii gosoota saba Oromoo keessaa
tokko yoo ta'u ,Gujiin gooroo gurguddoo afuritti
(4) qoodama.isaanis:-Gooroo Uraagaa,Maattii
,Hookkuu fi Alaadduu.kana qofaa Osoo hin ta'in
dameen Gujii Wandoo Gannati (Gujii Wondoo)
beekamaadha.Gujiin gooroowwan kana jalatti
firoota Mata Isaac qaba .haaluma kana an ,
URAAGAA.
1.Daraartuu.
2.Haloo
3.Waajituu
4.Agantuu
5.Sarboortuu
6.Golla
7.Galalchaa
MAATTII
-------
1.Hirqaantuu
2.Insaallee
3.Handooya
HOOKKUU
---------
1.Galalchaa
2.Oborraa
3.Michillee
4.Heeraa
5.Bundhituu
6.Baallaa
7.Kinnoo
ALLAADDUU
-----------
1.Haloo < =>Weessituu
2.Obbituu
3.Dhaantuu
4.Masintuu
5.Meerrituu
6.Hangeytuu
7.Aanolituu
8.Halituu
Kanaa ala a Oromoon Gujii luba qaba.lubni
ammoo sadarkaa qaba.namni tokko jireenna Isaa
keessatti sadarkaa lubaa kan adda addaa keessa
darba.isaanis:-
1.Dabballee(Umirii 1--8)
2.Qarree(9-16)
3.Kuusaa(17-24)
4.Raaba(25-32)
5.Doorii(33-40)
6.Gadaa(41-48) aangoo bulchiinsa qabata.
Kara gamaa biraatiin lubootni armaan olii kun
hundi Baallii keessatti kan raawwatamu yoo ta'u,
gooroon afran Gujii'i kan armaan olitti I same kun
deebi'ee Baallii shank(5) tti qoodama. baalliin
kunis
1.Muudana
2.Halchiisa
3.Dhallana
4Harmuufa
5.Roobee dha.
Gujiin Baallii shanan keessatti waggaa saddeeti
saddeetiin aangoo waliif dabarsa(kenna). Sirnaa
Baallii walitti kennuu keessatti yeroo sirni Baallii
waliitti kennuu waggaa saddeeti saddeetiin
gaggeefamu kana Baallii qofa walitti kennuu
Osoo hin ta'in waan baay'eettu
raawwatama.wanting raawwatamu kunis baalliin
shanan tokkoon tokkoo isaanitiin waan
raawwatani ni qabu .akkasumaas akka Baallii
shananitti [Gumiitti) waan raawwatani ni
qabu.Sirna Baallii walharkaa fuudhuu abbootii
Gadaa Gujii kun Dhallana fi Harmuufa jiddutti
miila gaafa 6-13/06/2008 ni raawwatama
(Dhaallani kenna Harmuufi in fuudha). Baga
jalabultii Baallii walharkaa fuudhuu Abbootii
Gadaa Dhallanaa fi Abbootii Gadaa Harmuufattin
isin geye! Gadaan Harmuufaa kan QUUFAA,KAN
NAGEYAA FI KAN MISAA NUF HAA TA'U!
12 views000, 22:16
Open / Comment
2021-11-06 18:34:32 What you need to know about the evil eye and magic

When used in the correct manner, social media can bring about many good. It can be a way to educate others, advise others and benefit others with good. But unfortunately, more and more are using social media in a way which can lead to their own destruction. One of the quickest ways to bring trouble and distress to yourself, your family and things you are blessed with is to share your life on social media. Whether it's your family pictures, your personal news of accomplishments and happiness or any future plans you have ready to set on. Always remember that not everyone on your friends' list or the public wants good for you. Not everyone will be happy for you. Some may envy you whether it was intentionally done or not. Some may want bad to fall upon you to destroy your happiness. So why place yourself in such position to be targeted by the evil eye and magic ?

A sister recently posted her engagement pictures of her and her fiancé. A few weeks later, that same picture was found by a stranger in a graveyard inside a black plastic bag with words such as "separation" and "execution" written all over it.

Another sister during Ramadan posted her beautiful baby in a cartoon box asking who wants to buy this year's Ramadan box as a joke. Many people commented on how beautiful her baby was. The next day, the baby was crushed by a home appliance and passed away.

A sister decided to post a picture of her two cats in a large group. The next day both her cats became very ill.

These are only a few examples of what we hear and see from the evil eye and magic on a daily basis. Not all evil eyes and magic lead to death. But they can certainly destroy lives. Many had their marriages torn apart, achievements crumbled to pieces and blessings taken away from them. Whether done intentionally or not, we can't deny that such incidents are happening and increasing. We all know magic and the evil eye have existed since the time of the Prophet (peace be upon him) , but why is it more widespread today than ever before ?

1. More and more people are sharing their every blessing, every accomplishment, every skill and every future plans to the world. Be humble and share the good news to only those closest to you.
2. Less and less people are diligent to reciting the Quran, Morning and Evening Adhkar (remembrance) and Ruqyah which the Prophet (peace be upon him) advised us to do for protection against and cure of magic and evil eye.
3. Many have forgotten the concept of loving for yourself what you love for others. Many have forgotten that Allah divides His Bounties and blessings to each and every one of His Creation. No one has everything and no one is left with nothing. If you see someone with a blessing you don't have, then know that you too have other blessings that they don't have.
4. More are failing to protect others from being inflicted with the evil eye when they see something they like without asking Allah to bless it for its owner. Never forget to always pray for Allah's blessings on other's people gain, achievements, happiness and blessings.

And for these reasons, such inflictions are growing. We need to hold strong to the Quran and Sunnah and realize that when we stray away from them, we are only harming and being unjust to our own souls. Always seek refuge with Allah from the envier when he envies.

"The evil eye is like an arrow which comes from the soul of the one who envies and the one who puts the evil eye on another towards the one who is envied and on whom the evil eye is put; sometimes it hits him and sometimes it misses. If the target is exposed and unprotected, it will affect him, but if the target is cautious and armed, the arrow will have no effect and may even come back on the one who launched it" [Ibn al Qayyim, Zaad al-Ma’aad].

For those who haven't memorized the Morning & Evening Adkhar yet, please check out the below website:

https://www.assimalhakeem.net/2014/02/16/authentic-supplication-from-morning-and-evening/
134 views22916, 15:34
Open / Comment
2021-11-01 17:50:13 Baaroo Tumsaa bara 1964 aadde Warqinash Bultoo wajjin bultii ijaarrate. Aadde Warqinash Bultoo biyya Eertiraa keessatti dirqama loltummaarra utuu jirtuu bara 1982 loltoota amanamoo Mangistuu Haayilamaariyaamiin ajjeefamte. Aadde Warqinash Bultoo obboleettii jeneraal Demisee Bultoo yoo taatu, abbaanshii obbo Bultoo Ejersaammoo Waldaa Maccaafi Tuulamaa keessatti miseensa turani. Cidhi Baaroo Tumsaa Oromoota sadarkaa hojii adda addaarra bakka adda addaarra jiran hundaa biratti haala ho’aadhaan waan kabajameef, diina biratti akka sochii siyaasaatti fudhatamee isaan sodaachisaa ture.

Barruu amma ammaatti saba Oromoo hedduu biratti akka gaariitti dubbifamuu fi jaallatamu The Oromos voice against tyranny document 1971 jedhamu garee hojjetootasaa wajjin namoota hedduu bira akka ga’u taasiseera. Barreeffamni kun gara Amaariffaattillee hiikamee dubbifamaa ture. Kan inni barruu kana raabsaa tureefimmoo waan Waldaan maccaafi Tuulamaa cufameef Oromoota jajjabeessuuf qofaa utuu hintaane, baroota dheeraadhaaf cunqursaafi dabaa saba Oromoorra ga’aa ture barruun kun of keessatti waan qabatee jirtuufidha. Dararfamaafi cunqursaa tureef jiru saba Oromoo ittiin bariisuuf jedheetu. Baaroon bara 1972tti Afaan Oromoo akka qubee laatiiniin barreeffamuuf Hayilee Fidaa wajjin qo’atee yeroodhaaf garuu gaazeexaan Bariisaa qubee saabaatiin akka maxxanfamu taasisaniiru. Garuu utuu hinturiin mootummaan Dargii itti inaafuudhaan fuudhee ministeera beeksisaa jala galche.

Har'a gaazeexaan Bariisaa faayidaa siyaasaatiif jedhamee kan qophaa'u malee faayidaa eenyummaa saba Oromootiif jedhee miti. Baay’inaan waa’ee eenyummaa Oromoo irrattis kan hojjetaa jiru miti. Maqaa kana qabatee gaazexaan bahaa jiru garuu ammayyuu biyya Oromiyaa keessa jira. Qubee Afaan Oromoo har’a sabni Oromoo itti fayyadamu Baaroo Tumsaa fi Hayilee Fidaafaatu bara lubbuun jiran qopheessani. Bara 1973 qabsoon Oromoo akka inni sadarkaa olaanaarra ga’uuf kaayyoo balla’aa baasuudhaan Wiirtuu Qaama Qindoominaa dhaaba jedhu hundeesseera. Kunis immoo turee dhaaba Adda Bilisummaa Oromoo jedhutti jijjiirameera.

Bara 1974 daba mootummaan Hayila Sillaaseefi jaleensaa uummaatarratti geessisaa turan qaamni qoratu hundaa’e. Kana keessattis Baaroon miseensa ta’ee akka hojjetu erga taasifameen booda namoota Oromoo hinta’iniin rakkoo keessa galafamuuf tureera. Garuu rakkoo isaan Baaroorratti qopheessan kana namoota miseensa Dargii turaniin karaatti hafeera. Baaroon dhaabbata siyaasaa bara sana keessatti hundeeffaman hunda dhiisee saba bara mootummaa Haayila Sillaasee cunqrsaan irra ga’aa ture hundaa kan ofitti haammatu dhaaba Wala’ansoo saba balla’a cunqursamoota Itoophiyaa ‘Ye Itoophiyaa ciqunooch abiyootawwii Tigil’ jedhu hundeesse. Dhaabni kunis saba Oromoofi sabaafi sablammoota cunqurfamoota byyattii kan of-keessatti haammate ture. Isaan booda Dargiin yeroo jabaachaa deemu of-tuulummaasaa dabalaa deemuun dhaaba ‘EMALEDHI” jdhaman diiguutti kaanaan Oromoonni baay’een gara qabsootti seenuu jalqaban.
Du'a Isaa

Bara 1974tti hundaa’ee baha Oromiyaa keessatti soch’aa kan ture Addi Bilisummaa Oromoo qabsaa’ota hedduu horachuu danda’ee ture. Baaroonis qabsoo kanatti seenuudhaan gara bahaatti deemee geggeessummaan hojjetaa utuu jiruu bara 1977tti lubbuunsaa darbe. Duutii Baaroo umurii gabaabaafi akka tasaa dhaaba Adda Bilisummaa Oromoofi uummata Oromoo akka malee naasiseera; miidheeras. Dargaggeessi umurii waggaa 35tti ajjeeffame kun bara hundumaa godaannisa hindagatamne saba Oromoo irratti maxxansee jira.

Kutaa 2ffaa torban dhufuu ittii fufaa

oct 10/2021Gc
Like follow and share #ancient_history_of_oromoo
130 viewsKi, 14:50
Open / Comment
2021-10-28 21:12:28
Dur ossoo habashooni lafa oromo hin weerariin
Dura Oromoon qabeenyaan quuftuu akka taate
Bifa adda addaatiin ibsuun nii dandahama.
     Fakkeenyaaf shamaran oromo dur if midheeysuuf kulkulchaa gurraa dahabarraa, gumee harkaatiif lootii qarshiirraa, callee moormaa ilkee arbarraa tolfachaa turan.yoo amma argitanii jiraatan ufata aadaa dubartootaafi shamaran borana ykn kan arsi handaara isaa gubbatti elellee hodhan, dur garuu elellee ossoo taane callee ilkee arbarraa tolfamteen ufata isaanii faayaa turan.
       Gara biraatiin yoo laalle waantee ykn gaachana Oromoon yeroo Lola dhimma itti baha turan yeroo hedduu albuudaa qaqaalii gara garaatiin midheeysa turan.kanaaf hambaalleen seenaa tan museumii Britishfi  kan
Biyyoota Awroopa keessa jiran raagaa guddaadha. #ancient_history_of_oromoo
515 views000, 18:12
Open / Comment
2021-10-26 18:28:44

115 views22916, 15:28
Open / Comment
2021-10-26 18:10:46
120 views22916, 15:10
Open / Comment
2021-10-26 18:10:40 Suuraan tun suuraa bara 1913s gaafa minilik du'ee guyyaa booya/taaziyaatti.
Silaa taateefii ilmaan nafxanyoota guyyaa itti dhalatee mitti guyyaa itti du'ee akka biyyaatti silaa kabajjatan gammachuu isaanitti. Garuu kan nama gadisisuu seenaa isa kan dhukate dhisii hiikaa maqaa isaa "minilik " kan ja'uu beeku dhabu isaanitti. Seenaa mootoota habasha kan bara 300 keessatti maqaan mootii habasha hundi barruu kibira nigistaat jattu irraa fudhatame.barruun kun kan barreeffame afaan arabatiin hoggaa tahu jachaa afaan araba " kibira malakii" ja'uu irraahii. hiikaan isaa muxxannoo mootoota "jachuudha. Barruun kun hundi isaa seenaa mootoota warra yahuuda irraa dubbata.jacha afaan arabatiin 'kibiraat malakii
ja'uu San gara kibira nigistaat ja'utti afaan giizitiin hiikuudhaan akka waan seenaa isaanni
Fakkeessuun barreeffatan. Barruun afaan arabatiin
barreeffamttee seenaa mootoota warra yahuuda dubbatu tun fuula sagal qabaachaa turte garruu isaan seenaa isaanni itti dabaluun
Afaan giizitiin barreeffatan.maqaa mootoota warra yahuuda man kibiraat malakii gubbatti barreefame tedros,Solomon, dawit,yohannis.....jachuun akka waan rabbii biraa bu'eetti maqaa moggaafachuun seenaa soba uuman. Kan nama ajaa'ibu barruu kibiraat malakii ja'uu gubbati maqaan minilik ja'uu hin jiru ammaas mooticha yahuuda Solomoniifi mootii yaman tan turte sabatu dhalee kan isaan ja'an maqaan minilik duraa barruu San gubbaa hin jiruu.garruu maqaa minilik ja'uu bakkii isaan irraa fudhatan maqaan minilik kan ja'uu maqaa ilma Solomon ossoo hin taane jachaa barruu kibiraat malakii gubbarraa bakka jacha afaan arbaatiin ibnul malakii jachuun barreeffamte irraahii .jachii kun afaan arabtiin ilma mooticha jachuudha garuu barruu San gubbati ibnul Malakii jachuu malee maqaa ilma Solomon hin dahuu.garuu habashoonni ilmi sabatiif Solomon minilik jedhama inni mootii habasha kan durati (minilik I) jachuun moggaafatan.achiirraa ka'uudhaan "Solomon dynasty " jachuun namni hiida dhigaa kana hin qabne Abissinya hin bulchuu jachuudhaan akka barruun kibira nigistaat jattu tun rabbii biraa buutee fakkeessuudhaan shanyii ykn saba bira angoo dhoowan.olola amantitiin saba isaan dura achii qabatee ture mootummaa akka Dm't Dynasty (9th -11th) ammaas mootummaa akka zegaw dynasty (12th -15th) dhiibbaa amantii itti godhuun mootummaa isaanni facaasan
119 views22916, 15:10
Open / Comment
2021-10-24 19:58:45 Damee hortee oromo Ilmman Oromo lammii (2)
1,boraana
2 ,bareentu
Booranni Ilmman.12 dhalee isaanis
1,wallagga
2,callabba
3,goree
4,goofaa
5,sidaamoo
6,arii
7,dacee
8,garrii
9,guraa
10,giriirraa
11,naayroobii.fii
12,gujii
Bareentuun Ilmman 5,dhalee
1,xummuungaa
2,murawwa
3,karrayyuu
4,hunbanna
5,Qal’oo
Xummuungaan Ilmman 3dhalee
1,arsii
2,asoosaa
3,hawaasa
Murawwaan,1dhalee.innis.ltuudha.jedhama.
Ituun,10,dhalee.isaanis
1,waatee
2,gaamoo
3,baayee
4,galaan
5,Addaayyoo
6,baabboo.
7,waaree
8,algaa
9,gaaddullaa
10,Elolloo
Karrayyuun,barentuu.ilmmaan.12.dhalee
1,dullachaa
2,Abbichuu
3,gonbichuu
4,sayyuu
5,oboo
6,oborii
7,jiillee
8,bullaalla
9,mucee
10,galaan
11,salaalee,
12,wallo
Hunbannaan.ilma,1dhalee
Innis.Anniyyaa.jedhama
Anniyyaa..7dhalee
1,malkka
2,baabboo
3,dinbii
4,baaduu..(biduu)
5,mucii
6,naanna.a
7,kudheedhee
Qallo.4.. dhalee
1.ala
2,daga
3,oborraa
4,baabbile
Ala 12 dhalee
1,abbayii
2,nuunnu
3,kaaku
4,buubbu
5,diiramuu
6,abbaadho
7,goollo
8,Eerii
9,utayyu
10,gaalan
11,meettaa
12,arroojjii
Dagaa,,3 dhalee
1,noolee
2,jaarsoo
3,huume.
Oborraan..3 dhalee
1,akkichu
2,bil,l
3,dooranii
Baabbile 3 dhalee
1,gantuub
2,hawiyyaa
3,hawaasilee
Arsiin, 2 dhalee
1,sikkoo
2,mandoo
Sikkoo ,5 dhalee
1,buullaalla
2,wucaalee
3,wooji
4,jaawwii
5,llaannii
Mandi,,7 dhalee
1,raayituu(raa’idoo)
2,hawaxxuu
3,karaara
4,karrayyuu
5,meettaa
6,arroojii
7,garjeeda
Akkichuu.. oborraa ilma,2, dhalee
1,dhaayii
2,biliidaa
Dhaayii 3,dhalee
1,dukkoo
2,kooyee
3,allaatayya
Billiidaan, 3 dhalee
1,godaana
2,busaa
3,allaa
Gujiin boorana 3 dhalee
1,hookkuu
2,Uraagaa
3,matii..maatii
Hookkuun 7dhalee
1,galalchaa
2,oborraa
3,michillee
4,heeraa
5,bundhituu
6,kinnoo
7,baallaa
Uraaggaan 6 dhalee
1,goolloo
2,hallaa”oo
3,Agantuu
4,daraartuu
5,sarboortuu
6,waajituu
Maatiin 3 dhalee
1,hirqaantuu
2,linsoolee
3,hundee. Itti fufaaaaaa
Yoo karaa daabee itti guttaaa issin sabaa koo oromo hortee kushii horaa bulaa badhadha dagagaa lslissaa akka hababoo gaanaa.
#ancient_history_of_oromoo
124 views22916, 16:58
Open / Comment
2021-10-23 20:53:10
Shamaree oromo Arrose gooya umriin ishe waggaa 18 turte.isii bishaan waraabuuf
Deemaa jirtu taasa fudhamte.
May 1869 markaba H.M nymphe ja'amuun port victoria Seychelles geeffamte gabrummaaf gurguramte.
148 views000, 17:53
Open / Comment
2021-10-22 20:41:42
156 views22916, 17:41
Open / Comment