Get Mystery Box with random crypto!

JECHOOTA GAMNAA ✪

Logo of telegram channel jechoota_gamnaa — JECHOOTA GAMNAA ✪ J
Logo of telegram channel jechoota_gamnaa — JECHOOTA GAMNAA ✪
Channel address: @jechoota_gamnaa
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 11.43K
Description from channel

Channel kenyaa #join godhaa Jechoota psychology ykn Xinsammuu fayyadan irraa argachuu dandeessaa.
☞︎︎︎ Xinsammuu(psychology )
☞︎︎︎Jechoota Hayyoota
☞︎︎︎Gorsa BEEKTOTAA fi Gorsa JIREENYA
Yaada yoo qabattee : @maalmallisa21

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


The latest Messages

2022-08-25 20:42:47 Adunyaa kana irraa humna guddaa kan qaban miidiyaaleedha. Nama qulqulluu yakkamaa, yakkamaa immoo qulqulluu taasisuu danda'a, sun humnadha.

Sababnii isaas isaan sammuu hawaasa bal'aa to'atu waan ta'eefi.

@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa
1.4K viewsSIIF Hin GALLEE, 17:42
Open / Comment
2022-08-25 20:38:49 Waa'ee walii keenyaaf ifa dabalataa barbaadna. Ifti hubanna uuma, hubannaan jaalala uuma, jalallii obsa uuma, obsii immoo tokkummaa uuma.

@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa
1.4K viewsSIIF Hin GALLEE, 17:38
Open / Comment
2022-08-12 17:16:33 Milkaa'uu yoo barbaaddee gad if hin businessiin! Dandeettii kee irrattii xiyyeeffadhuu
4.5K viewsSIIF Hin GALLEE, 14:16
Open / Comment
2022-08-12 17:14:20 Osoo gaddituu gammachuu kee, osoo jortuu boqonnaa kee, osoo beeloftuu quufa kee kan barbadduu HARMEE KEETII!

@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa
3.5K viewsSIIF Hin GALLEE, 14:14
Open / Comment
2022-07-31 20:53:26 Afrikaa keessa falaasama miidhagaa Ubuntuu jedhamutu Jira. Namooma jechuudha. Ilaalcha, "Ani jira sababni isaas Situ jira; yokaan immoo situ jira kanaaf nuti jirra" jedhu of keessaa qaba. Ani jira sabani isaas situ jira. Jiraachuun kee jiraachuu koof murteessaadha. Jiraachuun koos jiraachuu keef gaee guddaa taphata. Waan ani hin qabne situ qaba; waan ati hin qabne anatu qaba. Waan qabnu walitti fidannee
guutuu taana. Waliin waliif jirra!


Kitaaba gatiin nama meeqa jedhu irraa

@Jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
6.5K viewsSIIF Hin GALLEE, 17:53
Open / Comment
2022-07-27 19:11:59 Jechoota Jaalala

● Sammuu koo keessa waa'een kee hedduu, garuu waanan jedhu hin qabu.

●Yeroo hunda hirriibni nu fudhachuun dura namni waa'ee isaa yaadnu tokko nii jira.

●Jaalalli yeroo fi bakka hin beekamnetti dhufa waan ta'eef of eegadhu.


@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa
5.9K viewsSIIF Hin GALLEE, 16:11
Open / Comment
2022-07-23 22:25:31 Hubadhu

➬Addunyaa kana irraa humna guddaa kan qaban miidiyaalee dha. Nama qulqulluu yakkamaa, yakkamaa immoo qulqulluu taasisu danda'u. Sun humnandha .Sababin isaas sammuu hawaasa bala'aa to’atu waan ta’eef


@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa
6.2K viewsLen Koo, 19:25
Open / Comment
2022-07-07 12:27:55 Yeroo badaa: Jireenya kee keessatti yeroo ati gadi aanaa ta'etti eenyu dhuguma siif yaadu ni hubatta.

@Jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
8.6K viewsSIIF Hin GALLEE, 09:27
Open / Comment
2022-07-05 19:55:10 Jireenyii maal akka tahe beekuuf, nama rakkkatee gaafadhu!
8.0K viewsLen Koo, 16:55
Open / Comment
2022-06-22 00:13:10 Gammachuun kee si wajjin jirti.

Nama gammaduu barbaadeef gammachuun yoomiyyuu isa waliin jirti.gammachuu ofirraa achi butanii ilaaluun sirrii miti.gammachuun keessoo kee si waliin jirti.

Yeroo kamuu haala kamuu keessa teessee gammaduu ni dandeessa.gammachuun haalonni hundi erga nuuf mijatee booda kan argannu osoo hin taane,haalonni akka nuuf mijatuuf qabsoo goonu keessatti argama.

Namni tokko gammaduu kan qabu sababa waan yaade argateef qofa osoo hin taane waan yaade argachuuf dadhabuu isaattillee gammaduu qaba.

Kanaafuu jaaloo koo jiruu keetti gammadi.rakkoo kamuu keessa jiraattulle gammadaa ta'i.seekoondiin tokko gammachuu malee ala akka sijalaa darbu hin eeyyamiiniif.yeroo kamuu,eesssayyuu teessee gammaduu ni dandeessaa hubadhu.

@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa
305 viewsSIIF Hin GALLEE, 21:13
Open / Comment