Get Mystery Box with random crypto!

Oro Sarcasm 😂

Telegram kanalining logotibi orosarcasm — Oro Sarcasm 😂 O
Telegram kanalining logotibi orosarcasm — Oro Sarcasm 😂
Kanal manzili: @orosarcasm
Toifalar: Ko‘ngilchak , Din
Til: Oʻzbek tili
Obunachilar: 39.22K
Kanalning ta’rifi

Official Telegram channel✔️
🔛Nutti dhihaatta 🚶
🔛Jaalalaan nurraa qabamta💓
🔛Garmalee Koflaan Fincaan ofirrati buusta😀
🔛asuman waliin taane Afaan fi artii keenya gudifanna.
Any comments or messages:- @Orosarca_commentobot

Ratings & Reviews

3.67

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


Oxirgi xabar

2021-07-27 19:46:22 Konkolaataa bitachuu barbaadeen Dalaalaa tokko waliin wal argee yeroon Amala Konkolaatichaa isa gaafadhu....

Yoo Boba'aa(Nadajii) fixxeeyyuu hin dhaabattu sheemiin qabeeti deemti malee.
@Orosarcasm
5.0K viewsedited  16:46
Ochish/sharhlash
2021-07-25 20:42:40 Jirtu Jirtu......
@Orosarcasm yeroo Dhihootti Bashanana isaa bifa Ajaa'ibatiin Qabatee isiniif dhufaa jira.
Ni Jirtani mii.....?
637 viewsedited  17:42
Ochish/sharhlash
2021-02-10 17:01:42

7.5K views14:01
Ochish/sharhlash
2021-01-22 17:28:38 Milky bufadha itti fayyadama social media ilma oromotin tolfame #video, #photo fi yaada kessan kan ittin possatan fi ittin bohartan #Download godha #fayyadama #ittin boohara Milky walin haa guddisnu https://play.google.com/store/apps/details?id=com.theyoungbelievers.milki
18.9K viewsedited  14:28
Ochish/sharhlash
2021-01-01 22:48:56

27.0K views19:48
Ochish/sharhlash
2020-12-26 18:58:31 Dubartoonni Dhiira qarshii qabdu qofatti heerumu enyuutu jedhe?

Kan doolara qabu Yoo argatanis itti heerumu.
28.3K views15:58
Ochish/sharhlash
2020-12-26 18:46:02 Sirba na affeeri jetteeni Yoo isheen Sirba #Ali_Birra si Afeerte......

Maal eegda gaa daaftee Fuudhuu qabda tana
23.4K views15:46
Ochish/sharhlash
2020-12-26 18:20:39 Jallee koo hin kufin Adaraa,.... Dhaloonni zamana kana yoo kuftees Camera qofaan si kaasuu Waan ta'eef.
@Orosarcasm
@Orosarcasm
22.8K viewsedited  15:20
Ochish/sharhlash
2020-12-26 17:57:23 Kan #Like siif godhe hundaan na Jaalata yeroo jatte, #Comment Kan siif godhe immoo ulfa si ba'achiise jira jechuudhaka.
21.3K views14:57
Ochish/sharhlash
2020-12-25 22:47:05 Hatanii Miliyoona1 Argachuurra

Dafkitee Hojjattee Miliyoona5 argachuutu irra wayya.


@Orosarcasm
21.5K viewsedited  19:47
Ochish/sharhlash