🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Ati utuu bishaan taatee Si dhugeen gadi ciisa Ati utuu midhaan | ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸

Ati utuu bishaan taatee
Si dhugeen gadi ciisa
Ati utuu midhaan taatee
Si nyaadheen beela dhiisa

Ati utuu dhadhaa taatee
Situ afaanii na hin ba’u
Dhagaa taatee badde kaa
Maal abbaa koo siif ta’u?

#leta