🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Dajaazmach Goshuun oromo ture.Akka carraa ta'ee yeroo takka go | ancient history of oromoo and oromia

Dajaazmach Goshuun oromo ture.Akka carraa ta'ee yeroo takka goojjam bulchuuf carraa argatee turee.ilmaan isaatiis maqaa isaanii Doorii, Elmituu, Alemayehu,Goobanaa jachuudhaan itti moggaasee.ilmaan isaa keessaa warri Lola Adwa gubbatti hirmaatee kan suuraa gubbatti argitan fitawraari Alemayehu fi Goobabaa Goshuuti.Alemayehu Goshu nama biyya Ethiopia tanaaf wareega guddaa baasee.namni kun Lola Adwa booda bara 1934 Lola walwal (welwel) gubbatti wareegame.garuu kan nama ajaa'ibuu seenaan isaa biya tana keessatti yeroo takkaafilee dubbatamee hin beeku. http://T.me/etbisahusen