🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

ancient history of oromoo and oromia

Logo of telegram channel etbisahusen — ancient history of oromoo and oromia A
Logo of telegram channel etbisahusen — ancient history of oromoo and oromia
Channel address: @etbisahusen
Categories: Telegram
Language: English
Country: Not set
Subscribers: 1.52K
Description from channel

YouTube kenya
https://youtu.be/eq2eWxR8t-w
Facebook kenya
https://www.facebook.com/ebisaahusen/

Ratings & Reviews

2.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

1


The latest Messages 16

2021-09-15 19:30:20
Mootummoonni Awroopa akka minilik gargaaran wanii isaan godhe keessa tokko olola miniilik waa'ee oromootiif maqa- balleessii Magaala harar amantaa Muslima wajjiin wal qabsiisee barreessaafi tureefi laalcha faallaa turkiy wajjiin warri Awroopa qabaacha ture…
159 views22916, 16:30
Open / Comment
2021-09-15 19:29:48 Mootummoonni Awroopa akka minilik gargaaran wanii isaan godhe keessa tokko olola miniilik waa'ee oromootiif maqa- balleessii
Magaala harar amantaa Muslima wajjiin wal qabsiisee barreessaafi tureefi laalcha faallaa turkiy wajjiin warri Awroopa qabaacha ture akka sababa tokkoti dhiheessuun nii dandahama.
"SUURAA laga harree dire dhawa Bara 1897.
"British mission in Abissinya" https://t.me/joinchat/AAAAAE7dzv--x9j2S4HTfw
74 views22916, 16:29
Open / Comment
2021-09-15 19:18:58
Harar" Magaalaa seena qabeeytii tana Akkuma Abbaabiileen teenya Eegumsa godhaafi turan sanitti Ammallee itti fufu qabnaan dhaamsa keenya.waan hedduu waliin qabna.

#ancient_history_of_oromoo

https://t.me/etbisahusen
421 views22916, 16:18
Open / Comment
2021-09-15 01:06:51
BULLOO
#jawar_Mohammed
51 views22916, 22:06
Open / Comment
2021-09-14 20:49:33

https://t.me/etbisahusen
178 views000, 17:49
Open / Comment
2021-09-14 20:45:29 https://youtube.com/channel/UCbwPosFpYK6hPUQte0f7fYg
77 views000, 17:45
Open / Comment
2021-09-14 20:05:57
Suuraa Adama bara 1903 G.C
Bara 1903 Daandiin konkolaataa kan jalqabaa Ankobar- finfinnee,finfinnee -Adamaadha. ammaas eritria irraa hamma Addis Alem qofa turee. daandiin dirree dhawaa-harar bara 1906 hojjatamee.

https://t.me/etbisahusen
364 views22916, 17:05
Open / Comment
2021-09-13 18:14:39
Magaalaa harar bara 1888 G.C https://t.me/joinchat/AAAAAE7dzv--x9j2S4HTfw
430 views22916, 15:14
Open / Comment
2021-09-13 00:06:18 qabateeti lafoo dura dhaabachuun dirqame .

Akkasumanuu waraanni murti guutoo waraana mililik kan lafaatiin(intanry) qawweedhaan caalamuus boobba.a diina hedduu of irraa faccisuu dandae ture.

booda garuu madaafa tuusa ibiddaa tufu bakka fagoo eeboo f mancaan hin genyee dhaabanin duubbee raabaa doorii looltuu irra bobaasuuf madoo itti wal'aanatu ibiddaa itti roobsan.

bifa sanin qawwee sodattuun hidhattee hobalee gootaa mohattee nafxenyaan akkuma kutaalee oromiyaa kanneen birootti gooteti dachi humbannatis qabate.

Qoondaala raabaa doorii kannen gaafa calanqoo caali bararaan kanneen akka Haamid ibroo (akaakoo Jaarraa) kopha kophaatti galafatani ummatas hogganaa silaa bakka cophaani isaani dhabsisaan.
#ancient_history_of_oromoo
https://t.me/joinchat/AAAAAE7dzv--x9j2S4HTfw


Finfinnee, Bitootessa 18, 2011(FBC)- Horteen Oromoo waggoota 120 oliif addaa bahee naannaawaa garagaraa jiraachaa ture wal barbaade wal arge.

Wal arguu firoottan kanaaf Waldaan Fannoo Diimaa gumaacha taasiseera.

Dubbiin akkasii akka lakkoofsa Itoophiyaa bara 1888 weeraraa xaaliyaanii qolachuuf gosti Oromoo tokko Godina shawaa Lixaa aanaa Ilfataarraa gara Adawaatti duulani.

Waraanni Adawaa injifannoon erga golabamee booda garuu gara qe’ee isaanitti hin deebine.

Gootummaa isaaniin kan beekaman gosti Oromoo kun muraasni isaanii Miseensa raayyaa Ittisa biyyaa ta’uun gara naannoo Haadiyyaatti godaananii.

Achuma jiraatanii maatis horatanii, aadaa fi eenyummaa isaanis dagatanii afaaniifi aadaa biroo baratani.

Seenaan kun erga ta’e waggoota 122 ol ta’eera. Maatii, aanteefi firoottan isaanirraa adda bahaani, waggaa hangasiifis quba wal hin qaban.

Gosti Oromoo naannoo saboota kibbaa jiru kun firaafi aantee isaa barbaacha waggoota hedduuf dhama’eera.

Boodarra karaa dhaabbata Fannoo Diimaa firootni isaanii shawaa lixaa aanaa Ejersa Lafoo keessatti akka argaman itti himame.

Bay'inni hortee gosa Oromoo kanaa zoonii Haadiyyaa keessa kumaatamaan lakkawamanis namoonni muraasni garuu fira barbaacha dhufanii gosa isaanii waliin arganii.

Oromoonni aanaa Ilfataa keessa jiraatan kunneen gosa isaanii keessa muraasni gara naannoo ummattoota kibbaatti raayyaa ittisa biyyaa ta’anii akka godaanan quba qabaatanis eessa akka jiran garuu hin beekani.

Amma kan wal arge ilmaan ilmaan isaaniiti. Haa ta’uyyu malee gammachuu guddaa itti qabani maatiiwwan Oromoo fira barbaacha naannoo Haadiyyaa irraa dhufanis fira waggoota dhibbaa oliif addaa bahe barbaannee argachuun keenya miira gammachuu nutti uumee jedhani.

Kanaafis Waldaa Fannoo Diimaa galateefataniiru.
https://t.me/joinchat/AAAAAE7dzv--x9j2S4HTfw
768 views000, 21:06
Open / Comment
2021-09-13 00:06:18 #SEENAA_LOLA_CALANQOO
---------------------------------------------
Gaafa Ibroo Shaxaa abbabayyuun Jaarraa AbbaaGadaa Lola Cirachaatti Waraana Misraa kan Ra’uuf Baashaatin hogganamuun odoo loluu weregame, ilmi isaa Haamid dardara ture.

Lola calanqoo booda bara 1889 keessaa bara mililik summii buna keessaatti naqeen Haamid Ibroo galaafatu ilmi isaa Ibraahim joolleesan booda bara 1936 keessaa Ibraahim haamid nafxeenyoota hawaasa baha oromiyaa sirna gabrummaa hanga hin qabneen araarasaa bahan adamuun Hijaa irraa baha ture ilmi isaa Abdulkarim yeroos dhalata waan nama ajaaibu:)

Waanni kana irraa hubannuu Abaaboo. Akaakoo Abbaan jaarraa wereera ummaanni oromoo dhuma bardhibbee 19ffaa jalqabee bardhibbee 20ffaa keessaa mudatee kana boodas alagaa jalatti isa oggachisee keessaatti warraa diina faccisuuf suduudaan hirmaatan tahuudha. Guddattuu kamitittuu seenaa abbooti kenyaa kana dhagayaatif qomaatti galfadhaa guddachuun akkaa maluu tilmaamnaa.

Kanaafis ragaan kenya waaee qabsoo oromoo hoggaa haasayyuu Jaarraan yeroo hedduu seenaa lolli calanqoo gootummaa murtii guutootin jabeenya Raabaa Doorii akka fkntti dhiheessaa.

Seenaa akkakayyuu issaa kan Ibroo shaxaatif kan Akaakoo Haamid Ibrootra garaagarummaa qawwee qabaachuuf dhabuu akkasumattis ammayyummaa hidhanootiin gurmuu waraanaa shooraafi sadarkaa lolaa keessaatti qabatan waan hubate natti fakkaata.

Waraanni misiraa kan Ra,uuf Paashaatin ajajamu baha oromiyaati osoo hin bahiin dura oromoon nannawaan suun heeraa fi seeraa sirna Gadaatin wal bulchuu turan.

waraannii ofii Raabaa doorii jala ijaaratanii biyya ofii diina kamu of irraa faccifachudhan daangaa ofii kabachisanii olloota waliin qajelooti wal beekani kabajaadhan waliin jiraata turan.

waraanni misraa kan gaafasi waraana ciimaa inglizoonni jalaa gubbaatti meshaa ammayyaa hidhachiftee boobbaafte ture.

Waraana Raaba doori jechuunis waraana oromoo seera Raabaa Doorittin ijaarame diina akkas achiin dura takkatu argee hin beeku. Akkasinu waraanni Afroo jilootin hogganamu sun gootummaa isaa hanqattee aadaa lugnaa didda. ate dirree loolaatti hin dheesine tokkkummaan sirna gadaa isaa badhafte jabeefatee qabata hidhannoo qabuun eeboo.

Maancaa wantaa fi xiyyaa isaatin diina dura dhabbate madaafa ibidda tuufuus jalatti siqanii afridhan afaan danqaranii calisuudhan gootummaan seeraan dinqifatee galmeessu dandaani jiru.

Haalli sun keessaatti tooftaa waraana Ra,uuf Paashaa hulluqqoo marsaa keessaa ittin bahu argachuu qofa tae akkasiin raphasaa rasaasa ittin roobsee hulluqqoo xiqqoo tokko argatee magaala Adaree keessaa biyya dhunfatee akkasiin ganna kudhaniif darbi magaala adaree keessaa gad bahuu kutanii biyya oromoo kolonii inglizii jalatti galchuu hogansaan bara 1885tti injifannoo goonfatanii waraana diina biyyaa ofii keessaa baasani jiru.

pirofesor mohammad hassanfi jilchaa Haamid akkaa barreessanitti loolli waraana misraa walinii godhame kun injifannoo oromootin goolabamuus humna waraana oromoo akka malee laafisee

1ffaa waraana raabaa dooriitraa namoota 20.000hanga 30.000 tauutu dhume

2ffaa qoondaaltoonni raabaa doorii mooyxa waraana qaban hedduun abbabbayyoo Jaarraa ibroo shaxaa dabalatee ni weregaman

3ffaa lola dheeraa kana irraa kan kae faradoon hedduu rasaasaan beelaaf dhukkubaan waan dhumaniif cibirraalen faradoo(cavalry)guutuuti digaman

4ffaa loolli dheeraan kun leecalloo ummata xuuxeeti humna dinagdee biyyaa laaffisee oromoon osoo sadarkaa kana irraa dandamachaa jirtuu weereerri harayni karaa kabaatin egalame waraanni misraa darsaa isaa guurate bahe waggaa saditti bara 1887 waraanni nafxenyaa calanqoo as bahe waraanni mililik kun oromoo nanawaa biraa cabsee injifannodhaaf machaawe waan sameen dinaagdeedhan of cimsee qawwee ammayyaa gaarii shamadatee gariis kannadhan argate ogeeyy waraana warraa faranjiitin gargaaramee tarsimoo lolaa baafate waraana Afran Qalloo(murii guutoo) irraatti lola bane oromoon immoo qawwee dudullaatti lakk 100 hin taane kan waraana paashaarraa bufatte raasaasni waa xiqqoon qofti keessaa jiru diina dura dhabatan cibirraleen faradoo waan laamshaef mancaa eeboo wantaa
116 views000, 21:06
Open / Comment