Get Mystery Box with random crypto!

Maalaawii keessatti kitaabni mata duree: 'HOW TO CHANGE YOUR W | Hundee Amantoota Wangeelaa

Maalaawii keessatti kitaabni mata duree: "HOW TO CHANGE YOUR WIFE IN 30 DAYS" jedhu torban tokko keessatti kooppii miliyoona lama gurgurame, mata dureen isaa dogoggora qubee qabaachuu isaa osoo hin hubatin dura!

Mata dureen sirriin isaa: "HOW TO CHANGE YOUR LIFE IN 30 DAYS" jedha. Sirreeffama booda ji'a guutuuf kooppii 3 qofatu gurgurame.
Kanan dubbise irraa

BARNOOTA: Namni of jijjiiruu hin barbaadu, garuu nama biraa jijjiiruuf waan hunda ni godha.
Dura of jijjiiruuf haa carraaqnu.
Obsaan wal haa obsinu. Waliin jiraachuuf dhalanne. Jaalalli jireenya jireenyi immoo jaalala.