#Hararii #SafarikomItoophiyaa
Naannoo Harariitti, Manneen daldalaa fi suuqiiwwan maqaan "Safaricom Ethiopia" jedhu itti maxxanfaman hundatti SIM kaardi fi Airtime bitachuu ni dandeessu jedhameera.
Kana malees, wiirtuuwwan gurgurtaa lamaan naannoo #Aratagna fi #Sillaaseetti argamanitti galmee gurgurtaa SIM kaardii, bittaa bilbila harkaa fi deeggarsa adda addaa argachuun akka danda’amu ibsameera.
Maamiltoonni tajaajila deeggarsa maamilaa kamiifuu Safarikom Itiyoophiyaa #call_center afaanota adda addaatiin:
- Afaan Amaaraatiin, .
- Afaan Oromootiin,
- afaan Somaaleetiin, .
- Afaan Tigriffaafi Ingiliffaan tajaajila argachuuf filannoo qabu, akkasumas hojjettoota tajaajila maamiltootaa waliin 700 bilbiluun haasa'uu dandeessu.
#SafaricomEthiopia #Hararii