Sirritti qalbeeffadhu! Yoo sitti tole hiriyyoota keef qoodi! 1) Bolla namaaf qottu gad hin fageessin tarii sumaaf tauu dandaaa. 2) Gowwaan mulata hin qabne qilleensa habbuuqqatee tufa. 3) Harreen akka namatti yaaddu jiraachuu baattus namni akka harretti yaadu hin dhabamu. 4) Hara na sobuu kee osoo hin taane boru si amanu dhabuu koottin gadda. Join @Inspire_Oromia Facebook fb.me/InspireOromia 5) bara bofti nama hidde lootuun arraba namatti baafti. 6) beekaan beekkumsa qabu yoo gurra ittiin wallaalaa dhagahu qabaateedha. 7) namni siif sobu deebiee akka si sobu hubadhu. malaan malaa malaasu 8) kan garaa jiruuf kan karaa jiru rabbiitu beeka. #Share Join @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia Facebook fb.me/InspireOromia 4 viewsHakish , 17:54