Get Mystery Box with random crypto!

ውድ ተማልካቾቻችን በይመልሱ ይሸለሙ ለአማሪኛ መፀሐፍ ቅዱሳዊ ጥያቄ ነጌ ማብራሪያ ቪዲዮ የምንቀርፅ | Hacaaluu official

ውድ ተማልካቾቻችን በይመልሱ ይሸለሙ ለአማሪኛ መፀሐፍ ቅዱሳዊ ጥያቄ ነጌ ማብራሪያ ቪዲዮ የምንቀርፅላችሁ ይሆናል ጌታ ይባርከችሁ።

Beeksisa Daawwaattoota Youtube keenyaa fi Hordoftoota Ethiopian Christian Media Telegramii keenya maraaf!


Qophii Haaraa Gaaffii Macaafa Qulqulluun wal qabatu kan irraa barattanii fi ittiin bashannantan Isiniif Dhiheessuu jalqabnee turre.


Hundumti keessan Beeksisa kana Daawwaachuun Gaaffichas Daawwaadhaa Deebisuudhaanis akka badhaafamtanii isiniin jenna eebbiifamaa!

Gaaffiin Keenya kunoo Liinkii Viidiyoo kanarra jira




Gadituqaa Daawwaadhaa Deebii keessan
@SinahFilms_bot
Irraatti nuuf ergaa badhaafamaa!


JOIN & SHARE
@EthiopianChristianMedia
@EthiopianChristianMedia

https://youtube.com/channel/UCiOaZCwifFZf_dzBx3jNPFQ