Get Mystery Box with random crypto!

Akkaadaamiin Afrikaa Sagantaa Leenjii Barnoota Diinii Afaan Or | Al-risala-tube

Akkaadaamiin Afrikaa Sagantaa Leenjii Barnoota Diinii Afaan Oromootiin mata duree *"BARNOOTA AQIIDAA SIRRII" jedhuun Qopheessee yoo isinii dhiheessu Gammachuu Guddaatu itti dhagahama.

Kabajamoo SHEEK ALII JIMMAATIIN

garee Akkadaamii Afrikaa Telegramiitti seenuun Akka hordoftan.

@Africa_Academy2