Get Mystery Box with random crypto!

Waa'ee soomana baati Sha'abaan ﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩ Ji'aa y | Al-risala-tube

Waa'ee soomana baati Sha'abaan
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

Ji'aa ykn batii Sha'abaan rabbiin batii hafaan irraa isii caalchisee, maalin isii caalchise mee waliin haa ilaluu.

⇨ Ji'aan ykn batii Sha'abaan ji'aa rabbiin sadarkaa isii ol fudhee sadarkan isii irraa:-

#Ji'aa ykn batii hojiin gabarrottanii tan amataa/waggaa rabbii irraa fidamtuu.

#Akkumaa Ergaman Rabbii S.A.W jedhan.

#Usmaan binuu affaan irraa odessee (r.a) ni je'e ji'oowwaan ykn batiiwwaan biroo irra, sii hedduu somanuun sii argee batii Sha'abaantirraa maaliif?

ﺫﺍﻙَ ﺷﻬﺮٌ ﻳﻐﻔﻞُ ﺍﻟﻨﺎﺱُ ﻋﻨﻪُ ﺑﻴﻦَ ﺭﺟﺐَ ﻭﺭﻣﻀﺎﻥَ ﻭﻫﻮ ﺷﻬﺮٌ ﻳُﺮﻓﻊُ ﻓﻴﻪِ ﺍﻷﻋﻤﺎﻝُ ﺇﻟﻰ ﺭﺏِّ ﺍﻟﻌﺎﻟﻤﻴﻦَ ﻓﺄُﺣِﺐُّ ﺃﻥ ﻳُﺮﻓﻊَ ﻋﻤﻠﻲ ﻭﺃﻧﺎ ﺻﺎﺋﻢٌ‏)

#Ergaman rabbii S.A.W ni ja'e isiin ykn batiin Sha'abaan isiin taan ilim namaa ji'aa ykn batii Rajaba fi Ramadaan jidduti irraa dagamee, isiin ji'aa ykn batii hojjiin gabarotaa isii keessa gara rabbii ol fuudhaamatu anaa soman qabuu hojjiin tiyyaa akka gara rabbii naaf ol fudhamtuun fedhaa. hadisaa kan nasa'ii odessee.


#ﻋﻦ ﻋﺎﺋﺸﺔ ﺭﺿﻲ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻨﻬﺎ ﺃﻧﻬﺎ
ﻗﺎﻟﺖ: ﻣﺎ ﺭﺃﻳﺖ ﺭﺳﻮﻝ ﺍﻟﻠﻪ ﺍﺳﺘﻜﻤﻞ ﺻﻴﺎﻡ ﺷﻬﺮ ﻗﻂ ﺇﻻ ﺭﻣﻀﺎﻥ، ﻭﻣﺎ ﺭﺃﻳﺘﻪ ﻓﻲ ﺷﻬﺮ ﺃﻛﺜﺮ ﺻﻴﺎﻣﺎً ﻣﻨﻪ ﻓﻲ ﺷﻌﺒﺎﻥ .
ﺭﻭﺍﻩ ﺍﻟﺒﺨﺎﺭﻱ ﻭﻣﺴﻠﻢ

Aa'ishaan (R.A) Ergaman Rabbii S.A.W hanga Sha'baan keessa Sooma baay'isan ji'a biroo keessa kan baay'isan hin garre, jette.

Kanaaf Sha'baana Sooma baay'isuun barbaachisaadha

Warri ilmii qabu akki jedhu -:

Soomni sha'abaana keessaa akka Sunnaa duraa soomni bulii jahaa shawwaal ammoo akka sunnaa booda ta'a .

Akka sunnaa Salaataa Rawaatiba duraa fi boodaa jechuuti.

Rabbiin Nama sunnaa soomane Waajibattis dabru nuhaa godhu Aamiin
.