Get Mystery Box with random crypto!

Wantoonni sooma cabsan/balleessan gosa lama. Isaaniis. A.Want | Al-risala-tube

Wantoonni sooma cabsan/balleessan gosa lama. Isaaniis.

A.Wantoota sooma cabsan qadaa kan barbaachisu.

B.Wantoota sooma cabsan qadaa fi kaffaaraa kanneen barbaachisan.

#
instantview gadii keessaa inshaa'allaah waan hedduu hubattu seenaa ilaalaa.

https://telegra.ph/Qophii-Proojektii-Ramadaanaatif-kutaa-4ffaa-03-22