Get Mystery Box with random crypto!

Alhamdulillaah spoonsara haraa sagantaa gaafiif deebii araggan | Al-risala-tube

Alhamdulillaah spoonsara haraa sagantaa gaafiif deebii araggannee jirra.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
#Rabbiin irraa haa jaalatu, Kanuma irraa ka'uudhaan badhaasa cardi abbaa 10 nama shaniif (10×5=50) kan ture, Gara badhaasa abbaa kardi 10 nama kudhaniif ta'ee jira (10×10=100). Kan jalqaba deebiseef ammoo 5 dabalataan ni kennama.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
#Barumsa kennamaa jiru hordofaan dhaamsa obbolommati. hamileef akka ta'u ammoo badhaasni kunis qophaawe jira, irratti hirmaadhaa barataa badhaafamaa. Jazaakumullaahu keeyran, badhaasichi niyyattanii kanaa ol guddisuus yoo barbaaddan @Al_risala_tube_bot
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
Sponsara keenya A... Jazaakallaahu keeyran.