Get Mystery Box with random crypto!

Dhimma obbolaa keenyaa Hidhaa Sa'uudiitti dararamaa jiranii. | Al-risala-tube

Dhimma obbolaa keenyaa Hidhaa Sa'uudiitti dararamaa jiranii.

#Raachi mana ibiddaan gubattu jiruuf iyye, silaa bishaan keessa jiraa maaf iyya seetan?

Mee du'aa'ii kana aamiin jedhaa, waa hedduuf tolti, abbaa irraa qeebalu rabbumaatu beeka.