Get Mystery Box with random crypto!

☆Gaaffiif deebii marsaa 101ƒƒαa ☆ Dhibee fi Dawaa Sammuu kutaa | Al-risala-tube

☆Gaaffiif deebii marsaa 101ƒƒαa
☆ Dhibee fi Dawaa Sammuu kutaa 1ffaa irraa
____

[1] Maddii guddaan cubbuu fi dillii hundaa shirkii fi kufriidha.

#A| dhugaa #B| dhugaa miti

[2] “Beekumsi Rabbii ifa. Ifni Rabbii nama cubbuu raawwatuuf hin kennamu.” Hayyu kamtu jecha kana dubbate?

#A| Imaam Shaafi’i #B| hasan Al basrii
#C| Waaki'i #D| imaamu maalik

[3] Namni tokko Rabbiin dhiise qalbii isaa namaaf ykn wantoota duniyaa tanaatif yommuu gurguru, maaltu itti dhagahama?

#A| Gadi aantummaa #B| salphinna
#C| boqonnaa gaarii #D| "C" malee

[4] .... ... galaanaa daarii (beach) hin qabne jedhama. Namni galaana kana keessatti tare gahuumsi isaa hin beekkamu.

#A| Araadota #B| Hawwii sobaa
#C| Bishaan #D| deebii hin qabu

[5] Bu'aan Hirriba heddumeessuu fi nyaata baay’isuu.

#A| qaama butucha #B| sammuu dugulcha
#C| Dandeetti waa hojjachuu fi hubachuu nama dhoorka. #D| hunda

[6] Maaf Qur’aanni nama hamachuu foon obboleessaa nyaachuun wal bira qabe?

[7] cubbuulee sammuu namaa haguugan muraasa ibsi.

maqaa hin irraanfatinaa!!
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
※ yeroon deebiin itti xumuuramu.
※ hanga salaata fajrii 11:00 .

※ ြၜAl-risala-tube
※ ြၜGaarommina qalbii.
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※