Get Mystery Box with random crypto!

Kitaab yookaa barruu gabaabduu, Maqaan isiidhaa 'Musiibaa Gudd | Al-risala-tube

Kitaab yookaa barruu gabaabduu, Maqaan isiidhaa 'Musiibaa Guddoo Ummatta Nabii Mudatte [s.a.w.]' jettu, tan seenaa du'a nabiyyii nama yaadachiiftu takka isinii qopheessineerra, akka dubbiftanis isin affeerra.

"Ummata Muhammad irratti Musiibaan hanga du’a Nabiyyii sallallaahu aleeyhi wasallam guddattu buutee hin beeytu."


Link: https://t.me/risalaTube/1526