Channel address:
Categories:
Education
Language: English
Subscribers:
5.01K
Description from channel
..........╔╦╦═╦═╦═╗.....…
Al-risala-tube
•°•Gaarommina qalbii •°•
𖣔 As gubbatti inshaa'allaah 𖣔
🎙Da'awaalee fi ergaawwan
miidiyaalee Islaamaa argattu.
🌐Website: https://alrisalatube.blogspot.com
📩 @qilqil_bot
Ratings & Reviews
Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.
5 stars
0
4 stars
2
3 stars
0
2 stars
0
1 stars
0
The latest Messages 2
2022-07-02 09:49:05
#Yaaddoo_dhabamsiisuu.
Nama tokko yaaddoon ykn gaddi tokko isa mudatee, yoo; "Allaahumma inni Abduka wabnu abdika wabnu amatika naasiyatii biyadika maadin fiyya hukmuka adlun fiyya qadaa'uka as'aluka bikulli smin huwa laka sammeyita bihi nafsaka aw allamtahu ahadan min khalqika aw anzaltahu fi kitaabika awista'asarta bihii fii ilmilghayibi indaka an taj'alal qur'aanal'aziima rabii'a qalbii wanuura sadrii wa jalaa'a huznii wazahaaba hammii."
"ﺍﻟﻠﻬﻢ ﺇﻧﻲ ﻋﺒﺪﻙ ﺍﺑﻦ ﻋﺒﺪﻙ ﺍﺑﻦ ﺃﻣﺘﻚ ﻧﺎﺻﻴﺘﻲ ﺑﻴﺪﻙ ﻣﺎﺽ ﻓﻲ ﺣﻜﻤﻚ ، ﻋﺪﻝ ﻓﻲ ﻗﻀﺎﺅﻙ ﺃﺳﺄﻟﻚ ﺑﻜﻞ ﺍﺳﻢ ﻫﻮ ﻟﻚ ﺳﻤﻴﺖ ﺑﻪ ﻧﻔﺴﻚ ﺃﻭ ﺃﻧﺰﻟﺘﻪ ﻓﻲ ﻛﺘﺎﺑﻚ ، ﺃﻭ ﻋﻠﻤﺘﻪ ﺃﺣﺪﺍً ﻣﻦ ﺧﻠﻘﻚ ﺃﻭ ﺍﺳﺘﺄﺛﺮﺕ ﺑﻪ ﻓﻲ ﻋﻠﻢ ﺍﻟﻐﻴﺐ ﻋﻨﺪﻙ ﺃﻥ ﺗﺠﻌﻞ ﺍﻟﻘﺮﺁﻥ ﺭﺑﻴﻊ ﻗﻠﺒﻲ ، ﻭﻧﻮﺭ ﺻﺪﺭﻱ ﻭﺟﻼﺀ ﺣﺰﻧﻲ ﻭﺫﻫﺎﺏ ﻫﻤﻲ."
kan jedhu yoo ta'e, yoo yaaddoo isaatiif gadda isaa irraa deemsisee, bakka isaa gammachuu yoo buuse malee hin hafu.
2.2K viewsedited 06:49
2022-06-30 13:58:37
#Guddina buliin kurnan zulhijjah qaburraa.
•Hojiin tokko rabbi biratti irra qulqulluu, ol'aanaa ta'ee argame hin jiru, akkasuma irra ajriin isaa guddaadhaa, kan gabrichi hojjetu, irra qulqulluu kan rabbi biratti ajrii guddaa, guyyaa kurnan zulhijjah kanarra.
•Caalaan hojii hojjetamu duniyaa guutuu keessa osoo jihaadaas ta'e, namicha yaabbi, qabeenyaa fi lubbuu isaatiin jihaadaaf baye, kan homaanu hin deebi'in kan achumatti shahiide yoo ta'e malee.
ما فضل أيام عشر ذي الحجة
ما العَمَلُ في أيَّامٍ أفْضَلَ منها في هذِه؟ قالوا: ولَا الجِهَادُ؟ قَالَ: ولَا الجِهَادُ، إلَّا رَجُلٌ خَرَجَ يُخَاطِرُ بنَفْسِهِ ومَالِهِ، فَلَمْ يَرْجِعْ بشيءٍ
2.2K views10:58
2022-06-29 12:46:10
Sadarkaa Kurnan Zulhijjaah, Sheikh Alii Jimmaa irraa dhaggeffadhaa.
Guyyaaleen kurnan kun, Guyyoota akkaan jajjaba kan rabbiin ittiin kakate, kan nabi muhaammad s.a.w waan hedduu irraa himan kana dhaggeeffadhaa.
MB 11 Daqiiqaa 31:14
#on Nuralhuda at 21 july 2020
2.1K views09:46
2022-06-29 12:45:39
Baatiin Zulhijjaa Kamisa jalqaba.
----------------------- ----------------------
Guyyoota 10nan ji'a ZulHijjaa keessatti argaman keessa, Ibaadaan goonu mindaa gurguddoo qaba, Namni guyyoota kurnan kana soommanuuf qophii ta’e, kamisa irraa eegala.
----------------------- ----------------------
Kana malees ibaadawwan biroo danuutu jiru, kanneen akka
-Haajjii fi Umraa
-Salaata Jama'aan Masjidatti Salaatuu
-Qur'aana Qara'uu
-Zikrii baay'isuu
-Sadaqaa Sadaqachuu.
-Rabbii kadhachuu
-Salawaata Buusu
Ud-hiyyaa qaluu fa'a, fi kan biroos hedduudha, rabbi nuu haa laaffisu.
2.5K views09:45
2022-06-26 10:08:34
#Sadarkaa Qur'aanaa
#Imaam Al-Khaxxaabiin akka jedhanitti, baayinni lakkoofsa keewwattoota qur'aanaa baay'ina sadarkaa jannataatin wal qixa akka ta'e "Asara" keessatti dhufeera.
#Kanaaf namni duniyaa irratti qur'aana qara'aa
ture hundi akkuma duniyaa irratti qara'aa turteen sadarkaawwan jannataa ol ba'i jedhama,
Namni qur'aana akkaataa baay'ina keewwatoota qur'aanaa kan qara'aa tureetiin
guutuu guutuutti qara'e aakhiraatti sadarkaa jannataa isa ol aanaa gubbaa ta'a.
#Namni isa irraa kutaa muraasa qara'es, sadarkama hanga qara'ee irra ta'a, Sadarkaan sawaaba isaa iddooma inni duniyaa irratti qara'e sana ta'a.
"يُقَالُ لِصَاحِبِ الْقُرْآنِ : اقْرَأْ وَارْتَقِ وَرَتِّلْ ، كَمَا كُنْتَ تُرَتِّلُ فِي الدُّنْيَا ، فَإِنَّ مَنْزِلَكَ عِنْدَ آخِرِ آيَةٍ تَقْرَؤُهَا"
2.5K views07:08
2022-06-23 07:36:22
Seenaa Gabaabaa Perezdaantii Majlisa Oromiyaa
541 views04:36
2022-06-22 13:58:20
Sheek Jamaal Muusaa Jiloo perezidaantii mana maree
waliigala Islaamummaa naannoo Oromiyaa ta'uun filaman.
Manni marii waliigala dhimmoota Islaamummaa naannoo
Oromiyaa perezidaantii haaraa mana marichaa filateera.
Perezdaantiin mana marichaa duraanii sheek Hajjii Ibraahim
Tufaa mana marii dhimmoota Islaamummaa federaalaatti
perezidaantummaan filamuu sababeeffachuun majlisni
Oromiyaa yaa'ii kanaan Sheek Jamaal Muusaa bakka isaanii
buusuun filateera.
524 views10:58
2022-06-13 15:06:51
Wal-Dorgommii Qur'aanaa addunyaa tokkoffaa bahuun kan
badhaafame Biyya Jordon irraa Muhammad Al-Haashimiin
badhaasa Doolaara Ameerikaa kuma kudhan goonfateera!
1.2K views12:06
2022-06-13 14:38:10
Alhamdu lillaah galanni kan Rabbii guddaati. Ummata aduu keessa taa'ee akkanatti Qur'aana hordofu nuuf kennite.
1.0K views11:38
2022-06-13 14:37:24
923 views11:37