🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Nama qabso ummata barsiise. Nama gaafa ummanni Media hin qabne | Riyadul Jannah Tarbiya Team

Nama qabso ummata barsiise. Nama gaafa ummanni Media hin qabne Media bane ummataaf sagale tahe. #Radio_Daandii_Haqaa Seenaa qabsoo islaamaa fi oromoo kessatti gahe guddaa qaba. Kaayyo fi Daandii qabso Director RDH jalqabe tana galman genya Inshaa Allah.

Goota fi Qabsaawa Kenya Jaal Hamzaa Borona Rabbi ngyn sihaabaasu. Namni Leenca kana jaalattan Media qabso islaama kan @Riyaduljanna kanatti dabalama.