Channel address:
Categories:
Animals ,
Automobiles
Language: English
Subscribers:
20.24K
Description from channel
Seenaawwan gaggabaaboo
Walaloo
Ergaa
Gaaffii fi deebii
Yaadota mo'atoo fi kanneen biroos argachuuf. Miseensa chaanaalii keenyaa ta'aa.
Ratings & Reviews
Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.
5 stars
0
4 stars
1
3 stars
1
2 stars
0
1 stars
0
The latest Messages 103
2021-07-18 14:18:45
Itti dabalami si fayyaa
@Qorii_Qaroomaa
4.1K views11:18
2021-07-17 09:09:03
Chaneloota Afaan Oromoo Telegram gurguruuf dhiyeessine kana bitadhaa.
1ffaa channel member kuma12 (12000)
2ffaa channel member 6700 qabu
3ffaa channel member 5000 qabu
Gatii madaalawaadhaan nii gurgurra. Karaa @Free_halal nu quunnamuun nu gaafadhaa.
3.5K views06:09
2021-07-16 10:12:16
Dhugɑɑn injifɑtɑɑdhɑ!
☆☆☆☆☆☆. ☆☆☆☆☆☆☆
◈ ━━━━━━━ ⸙ ━━━━━━━ ◈
Mɑnni sobɑɑ bɑɑy'ɑteef
Mɑnni dhugɑɑ jigɑɑree?
Nɑmni sobɑɑ bɑɑy'ɑtee
Nɑmni dhugɑɑ Bɑdɑɑree
Sobni Ni moo'ɑmɑ
Yoomuu bɑrɑ bɑrɑɑnii
Dɑrɑɑree Hɑɑ mul'ɑtu
Yoomiyyuu dhugɑɑni
Qɑllɑtteef hin cittu
Yoomiyyuu dhugɑɑni
Bɑri'uu hin Oolu
Turullee Dukkɑnni
Hɑqɑ qɑbdɑ tɑɑnɑɑn
Hin sodɑɑtin homɑɑ
Rɑbbi sifɑɑnɑ jirɑɑ
Uumɑɑn wɑɑn Humdumɑɑ
Miseensi Nɑmɑ Dhugɑɑ
Yoomiyyuu ni xiqqɑɑtɑ
Sobni sobɑ isɑɑtiin
Dɑmee bɑɑy'ifɑtɑ
Injifɑtɑɑn gɑruuu
Yoomiyyuu dhugɑɑdhɑ
Hɑngɑ Lubbuun jirtɑn
Hɑqɑrrɑ jirɑɑdhɑɑ
Anɑɑf isinillee
Hɑɑ gɑrgɑɑru inni
Sobni hɑɑ dhɑbɑmu
Hɑɑ mɑncɑ'u Shirri
Abdussalaam Idriis (s͙e͙y͙f͙a͙l͙-i͙͙s͙l͙a͙a͙m͙)
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
:¨·.·¨: ❀
·.ʝὄἷᾗ @seyfal_islaam2nd
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
4.7K views07:12
2021-07-14 09:58:10
𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐠𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚
𝐄𝐭𝐡𝐢𝐨 𝐭𝐞𝐥𝐞𝐜𝐨𝐦 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚
𝐄𝐭𝐡𝐢𝐨𝐭𝐞𝐥𝐞𝐜𝐨𝐦 𝐛𝐚𝐚𝐣𝐚𝐭𝐚 𝐰𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐫𝐨𝐨𝐫𝐚 𝐨𝐥 𝐲𝐤𝐧 101.7 % 𝐟𝐢𝐝𝐮𝐮𝐧 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐦𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚( 3) #𝐟𝐚𝐜𝐞𝐛𝐨𝐨𝐤 𝐛𝐢𝐥𝐛𝐢𝐥𝐚 𝐛𝐢𝐥𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐦𝐮𝐮 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐞𝐫𝐚
𝐆𝐮𝐲𝐲𝐢𝐜𝐡𝐢𝐬 𝐀𝐝𝐨𝐨𝐥𝐞𝐬𝐬𝐚( 6-9) ykn (Kibxataa - kamaisaa)𝐭𝐚𝐡𝐮𝐮 𝐡𝐮𝐛𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚
𝐖𝐚𝐚𝐧 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢 𝐣𝐚𝐚𝐥𝐚𝐭𝐮 𝐜𝐮𝐟𝐚 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐮𝐮𝐧 𝐡𝐚𝐚 𝐝𝐚𝐛𝐚𝐫𝐬𝐮𝐧𝐮 𝐛𝐨𝐫𝐮 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐚𝐟𝐚𝐭𝐚𝐦𝐧𝐚 𝐰𝐚𝐚𝐧𝐭𝐚𝐡𝐞𝐞𝐟
Hubadhu ammas
Kun kijiba maarreedha jechuu kee dhiisi SIM kee Kan birrin keessan jirreen fayyadamii laali anis santima 00 dhaanfayyadamaan jira
5.9K views06:58
2021-07-11 04:58:17
Size: 4.1 MB
Page: 200
Kitaaba Ajaa'ibaa ti, bu'aa bayii dheeraa keessa darbe Amma isin dhaqqabeera.
Buufadhaati dubbisaa.
# yaadaaf: @MilkiiMilkaainaa_bot
#share#share#share
@milkaainajireenyaa
@milkaainajireenyaa
7.6K views01:58
2021-07-06 11:08:03
DR-AID AL QARNIIN AKKANA JEDHAN
Ati duniyaa kanarra yeroo tokko qofa jiraatta
yeroo dogoggoorte dhiifama gaafadhu
yeroo nama yaadde barbaadii dubbisiin
yeroo nama jaallatte himiif hin callisinii
Namni si argu hundi akka keetii tahu akka haawwu godhi
kan si beeku waan gaarin akka si qunnamu rabbiin siif kadhata waan ta'eef
Kan waa'ee kee dhagahuu si argu fedha
Namni haala gaarin urgeefame urgaan isa hin dhumtu utuu biyyee jala jiraatte @seyfal_islaam2nd
@seyfal_islaam2nd
7.9K views08:08
2021-07-04 17:12:38
لا غنى كالعقل ولا فقر كالجهل ولا ميراث كالأدب ولا ظهير كالمشاورة.
Durummaan akka aqlii gaarii qabaachuu in jirtu
Hiyyummaan akka wollaalumma hin jirtu
Dhaalli akka naamusa garii qabaachuu hin jirtu
Gargaarsi akka woliin mariyachuu hin jiru @seyfal_islaam2nd
@seyfal_islaam2nd
7.0K views14:12
2021-07-04 11:17:10
Jiruun dhan'gaggaa'ee
Tasa nama gooda
Dhugaan bosbosaa'ee
Nutti ta'e gadda
Haqni bakka dhabee
Sobni nama ildiimaa
Wol nurkaa makate
Gurrachaafii diimaan☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
:¨·.·¨: ❀
·. @seyfal_islaam2nd
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
6.4K views08:17
2021-07-04 06:19:03
Qadi qabnus ol qabnee
Sagalee ol fuunee
Gamtaanis qophaanis
Yoonu sikadhanne
Dhoksinees mul'isnees
Haajaa sitti imannee
Nuuf owwaadhu rabbii
Gooftaa waandhokanne
Sikadhata rabbii
Miiskiinni homaa qabne
Deebii kadhaa keenyaa
Akka si biraa hin dhabne
Nuuf dhagahi allah
Gooftaa waa si hindhibne
Aamiin yaaaaaaaa rabb!!!!!!!!!
8.4K views03:19