🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸

Logo of telegram channel a4mulaa_jireenyaa — ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸 F
Logo of telegram channel a4mulaa_jireenyaa — ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
Channel address: @a4mulaa_jireenyaa
Categories: Animals , Automobiles
Language: English
Subscribers: 20.24K
Description from channel

Seenaawwan gaggabaaboo
Walaloo
Ergaa
Gaaffii fi deebii
Yaadota mo'atoo fi kanneen biroos argachuuf. Miseensa chaanaalii keenyaa ta'aa.

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 104

2021-07-03 11:25:01 “Kufaatiin xixiqqoon Rifannoota sikeessatti uumuun akka Abdii si hin kutachiifne , Kaayyoon kee isa dhumaa fi guddaan Jannata tahuu qaba.” Abuu Mahdii



“አጫጭር ሽንፈቶች በጊዚያዊነት እያስደነገጡ ተስፋ እንዳያስቆርጡህ የመጨረሻ ግብህ ጀነት መሆን አለበት::" አቡ_መሕዲ

Join us on tg ||||
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
:¨·.·¨: ❀
 ·. @seyfal_islaam2nd
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
6.1K views08:25
Open / Comment
2021-07-03 05:59:11 Hin Gaddin

Barruu kana Dubbisaa, waan baay'ee irraa barattu,
10.9K viewsedited  02:59
Open / Comment
2021-07-01 12:20:00 Hubadhu!
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆

Tarkaanfachuu dura
Bakka ejjattu ilaali
Dubbachuukee dura
Waan jettu madaali

Waan si fayyaduu fu
Yookaanii si miidhu
Dursii itti yaadii
Sirriitti Hubadhu

Osoo hin hubatin
Homaa hin dubbatin
Osoo itti hin yaadin
Homaa hin hojjatin

Irra keessa laalanii
Keessa hin murteessani
Osoo hin hubatin
Quba hin gubatin
Jette oromooni

Abdussalaam Idriis (Seyfal-islaam)


Waan haaraa argachuuf
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
:¨·.·¨: ❀
 ·.j♡īn @seyfal_islaam2nd
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
6.4K views09:20
Open / Comment
2021-07-01 06:33:50 GORSA...
▬▬▬▬▬▬
➊. Yeroo mijaa'aa hin eeggatin yeruma kana furadhuu mijeeffadhu!

➋. Nama si amanu gonkumaa hin sobin; nama si sobu gonkumaa hin amanin!

➌. Waan darbe irraanfadhu garuu irraa bari!

➍. Wanti of duuba si deebisu ilaalcha mataa keetiiti!

➎. Miira kee too'adhu malee hin garboominiif!

➏. Jiruun kun akka bishaan garbaati; inni yoomillee hin tasgabbaa'u sumatu akkaataa itti daakan barachuu qaba.

➐. Namni gaafa barbaadee of argate, jireenya haarawaa jiraachuu jalqaba.

➑. Namni tokko yoo hin dandeessu siin jedhe, hamma isaa sitti agarsiise malee kan kee miti. God bless you!

➦ Hiriyyoota keef hiruu hin dagatin!

➦ Gαℓαтσσмαα!!!
Υєʀσσ Gααʀιι

sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​

@Aliif_generation
@Aliif_generation
6.4K views03:33
Open / Comment
2021-06-30 10:44:53
Hayicha kanaaf mee like tuqaa namni jaallattan
6.2K views07:44
Open / Comment
2021-06-30 08:40:21 Gootni ni yaadatama
Takkaa yoomdagatama

Gochaaf jechi gootaa
Hin badu yoomillee
Seenaan galmeessee kaa'a
Akka hin dagatamnee
Seenaan sammuu qaba
Kana akka hin daganne

Warri seenaa hin qabne
Warri ergamuubarte
Egaa maal siif wayyaree
Yeroonoo sittitarteee

Maal siif wayyaree gantuu
Atoo seenaa hin qabdu
Kan ittiin yaadatamtu?
Uuu'uuuu jedhiitii iyyi
Mala biraa hin qabduu!


@kuusaa_walalooAo
@kuusaa_walalooAo
5.8K views05:40
Open / Comment