🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

'Waliinis dheebonnee Waliinis beelofnee Hirbuu qabna turree Ka | ancient history of oromoo and oromia

"Waliinis dheebonnee
Waliinis beelofnee
Hirbuu qabna turree
Kan hin dagatamnee.
Garaan koo hin dandeenyee
Abdillee sirraa hin kunnee
Fagaattee deemuu kee
Har'allee hin amannee
Sababa lafee gootaatiin
Hirbuu walii seenneef
Aduuf qorra gammoojjiis
Waan waliin dhandhamneef!"

ቃል ነበረን
የማይዘነጋን
አብረንም ተጠምተን
በጋራ ተርበን
ላንከዳዳ....
ቃል ነበረን....

Jafar Yusuf http://T.me/etbisahusen