Get Mystery Box with random crypto!

☆Gaaffiif deebii marsaa 68ƒƒαa ☆Qophii Proojektii Ramadaanaati | Al-risala-tube

☆Gaaffiif deebii marsaa 68ƒƒαa
☆Qophii Proojektii Ramadaanaatiif kutaa 3ffaa irraa.
________________________
[1] (nama Musliima hin taanef) soomni isarratti dirqamaa miti. Osoo soomeyyu soomni isaa sirrii hin ta’u warra (Rabbiin gabbaran) keessaa waan hin taanef. #Haa ta’uu malee ji’a Ramadaanaa keessa Musliima yoo ta’e, guyyoota Ramadaanaa hafan ni sooma, warroota soomni dirqama irratti ta’e irraa waan ta’eef. Garuu guyyoota darban qadaa baasun (bakka buusun) isarratti dirqamaa miti.

#A| Dhugaaa.
#B| Lakkii qadaa baasa.

[2] Aajiz jechuun Nama Qaaman dadhabaa hogguu tayu. ........ ammoo Nama umriin deeme

#A| Al-harim #B| Sabbiyyi
#C| Aajiz #D| A & B

[3] .......... jechuun tooftaa wanta tokko jalaa bahaniin.

#A| wa'ayii #B| uzrii
#C| Tahayyula #D| deebiin hin jiru

[4] Dhimma kanniin keessatti karaa deemaf hayyamni sooma hiiku ni bu’a (ni cita).

#A| Guutu jireenyaa bakka san jiraachu yoo niyyate yookiin yeroo muraasaf yoo ture.
#B| Gara Iddoo jireenya isaatti yoo deebi’e.
#C| tahayyula yoo niyyate.
#D| A & B #E| Hunduu #F| A & C

[5] Hadiisa dabrsine keessatti, waggaan.(...).umrii seeraa gurbaa ykn intala Muslimaati. Dhimmoota amantii fi addunyaa isaa/ishiitiif umrii itti gaafatamummaa horatu/horattuudha. Wanta hojjatu /hojjattu hundaaf ni qabama/qabamti.

#A| 14 #B| 15 #C| 16 #D| 18

[6] Nama karaa deemuf haalota sadiitu jira soomana ilaalchisee. Isaaniis?

[7] Rammaddii Namootaa ramadaana keessaa gabaabinaan ibsi.
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
※ yeroon deebiin itti xumuuramu.
※ hanga salaata fajrii 11:00 .

※ ြၜAl-risala-tube
※ ြၜGaarommina qalbii.
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※