Get Mystery Box with random crypto!

☆Gaaffiif deebii marsaa 99ƒƒαa ☆ Dhukkubbii fi Dawaa Nabsee/lu | Al-risala-tube

☆Gaaffiif deebii marsaa 99ƒƒαa
☆ Dhukkubbii fi Dawaa Nabsee/lubbuu kutaa 1ffaa

________________

[1] Fedhii lubbuu hordofuun maddaa bekkuumsaati.

#A| Dhugaa #B| lakki

[2] Salafoonni gariin akkana jedhu, “wantoonni lama yoo wal si harkaa dhayan, kamtu qajeela akka ta’e yoo wallaalte, fedhii lubbuu teetitti kan dhiyaatu dhiisi, jedhu sababni maali?

#A| Dalagaan gaariin fedhii lubbuu waan hordofuuf.
#B| dogongorri fedhii lubbuu hordofuu keessa waan jiruuf.
#C| dogongorri fedhii lubbuu hordofuu keessa waan hin jirreef.
#D| hunduu sirriidha.

#Gaafilee 3-5 jiraniif. A-D keessaa

#A| bid’aa fi jallinaaf nama saaxila.
#B| Rabbii ajajamuu fi Isatti dhiyaachu keessaa nama baasa.
#C| haqummaa babal'isa.
#D| cunqursaa fi haqa irraa jallatutti babal'isa

[3] Gaafa hawaan/fedhiin lubbuu jala deemuun Murtitti makame.

[4] Gaafa hawaan Beekumsatti dabalme.

[5] Fedhii lubbuu hordofuun ibaadatti (Rabbiin gabbarutti) yoo makame.
--------------
[6] Fedhii lubbuu hordofuu ilaalchisee, jecha hayyoota gaarii keessa tokko filadhuu barreessi.

[7] Fakkeenyi nama fedhii lubbuu hordofuu barreessi....

maqaa hin irraanfatinaa!!
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
※ yeroon deebiin itti xumuuramu.
※ hanga salaata fajrii 11:00 .

※ ြၜAl-risala-tube
※ ြၜGaarommina qalbii.
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※

Gaafileen hundumtuu instantview gadii qofarra baye