• Nama isaan jibbe jibbuu, nama isaanitti diinometti diina ta’uu, nama faallaa sunnaa fi diinii isaanii keessatti waan haaraa uume kan warra bid’aatii fi munaafiqootarraa fagaachuu.
• Namoota isaan jaalatan kan akka maatii isaanii, haadha manaalee isaanii, akkasuma sahaabota isaanii muhaajira fi ansaarota jaallachuu, nama isaanitti diinometti diinomuu, warra isaan jibbanii fi arrabsan jibbuu.