Get Mystery Box with random crypto!

#Dhibee fi Dawaa Sammuu kutaa 1ffaa #Farra Sammuu Sammuun mo | Al-risala-tube

#Dhibee fi Dawaa Sammuu kutaa 1ffaa

#Farra Sammuu

Sammuun motora ilma namaati. Motorri kuni yoo hojiin ala ta’ee namni guutun suni hojiin ala ta’a.

Motora kana yeroo hundaa boba’aa itti qicu (guutu), kunuunsu fi badii irraa eegu barbaachisa.

Abbichi motora ofii kana yoo hin kunuunsin, miidhaf of saaxila. Wanti isin ajaa’ibsiisu sammuun ilma namaa motoras, jeneretaras.

Farra sammuu yommuu jennu wanta sammuu laamshessan, dugulchan, ajjeessan, summeessanii yookiin inuma maraachaniidha. Amma mee wantoota motora-jeneretara keenya kana nu jalaa miidhan haa ilaallu. https://t.me/iv?url=https%3A%2F%2Frss.bestbot.me%2Ftdil%2Fposts%2F24320457&rhash=27521eb450c138