Get Mystery Box with random crypto!

#Dubbiin nama beekhu dhibdi Imaamu Ahmad Bin Hambaliin namni | Al-risala-tube

#Dubbiin nama beekhu dhibdi

Imaamu Ahmad Bin Hambaliin namni tokko: Akkam bulte? Jennaan, Imaamu Ahmadiis akkana je'een:

"Namni Rabbiin isaa akka dirqama raawwatuuf isa barbaadu.

Nibiyyiin Isaa sunnaa isaatiin dhaabbatuuf isa barbaadu.

Malaykonni lameen dalagaa sirreysuuf isa barbaadan,

Lubbuun isaatis fedhiif isa barbaaddu,

Sheyxaannis badii akka hojjatuuf isa barbaadu,

Malakul mawtiinis ruuhii isaa fuudhuuf isa barbaadan,

Maatiin isaatiis baasii jirenyaatiif isa barbaadan, akkamitti waa bule!"

#
ustaaz_shafi_Fb