Get Mystery Box with random crypto!

Jecha Hayyoota. ﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩ Namni hiriyyaa hanqina | Al-risala-tube

Jecha Hayyoota.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

Namni hiriyyaa hanqina homaatu hin qabne barbaadu, tasumaa hin argatu.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩


Tarii nama tokko sababa bareedina uffannaa isaa itti saahiboomu dandessu, wanti adda baahiinsaaf sababaa tayu garuu fokkinna uffata osoo hin taanee yaadaa fi ilaalcha inni agarsiisuni.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩


Namni yeroo ijoollummaa iddoo qalbiin isaa ceem'itu [mana barumsaa] obse hin taa'in, gaafa guddaadhaa iddoo kabajaa bakka qalbiin isaa barbaaddu taa'u hin danda'u.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩