Get Mystery Box with random crypto!

karaalee sammuu keenya itti qarruu muraasa. #Istighfaara baay | Al-risala-tube

karaalee sammuu keenya itti qarruu muraasa.

#Istighfaara baay’isuu, Istighfaara jechuun maali? Tawbaan hoo?

Dhugumatti qalbii ofii qulqulleessuf tattaafachun sammuu qaruudha.

Yommuu ati qalbii tee qulqulleessuf tattaafattu, Rabbiin sammuu fi qalbii tee siif bana. Seenaa keessatti namoota sammuun isaanii garmalee qara taate mee ilaali.

Cubbuu irraa fi dhukkuboota qalbii kanneen akka oftuulu, waanyu, jibba, shirkii fi kkf irraa of qulqulleessuf waan tattaafataniif sammuun isaanii akkasitti qara taate.

#bal'inaan haa ilaallu https://t.me/iv?url=https%3A%2F%2Frss.bestbot.me%2Ftdil%2Fposts%2F24466288&rhash=27521eb450c138