🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

ባንካችን በጥቃቅን፣ አነስተኛና መካከለኛ ንግድ ላይ የተሰማሩ ሴቶችና ወጣቶችን ለማበረታታት አነስተ | Awash Bank

ባንካችን በጥቃቅን፣ አነስተኛና መካከለኛ ንግድ ላይ የተሰማሩ ሴቶችና ወጣቶችን ለማበረታታት አነስተኛ ወለድ የሚታሰብበት እንዲሁም በመጠነኛ ዋስትና ብድር ማመቻቸቱን ሲገልፅ በታላቅ ደስታ ነው፡፡ ለብድሩ ለማመልከት በአቅራቢያችሁ የሚገኙ የአዋሽ ባንክ ቅርንጫፍ መጎብኘት ወይም በቀጥታ በ www.ethiomesmer.com ድረገጽ በመግባት ማመልከት ይቻላል።
አዋሽ ባንክ!

Baankiin keenya dubartootaa fi dargaggoota daldala xixiqqaa fi giddu galeessaa irratti bobba’an jajjabeessuuf liqii dhala madaalawaa fi wabii giddu galeessa ta’een haala mijeessuu isaa gammachuudhaan beeksisa. Iyyachuuf, dameelee Baankii Awaash isinitti dhihoo jiranitti goruun ykn kallattiin www.ethiomesmer.com seenuun iyyachuu ni dandeessu.
Baankii Awaash!
#AwashBank #Awash #loan #smallbusiness #Ethiopia #ኢትዮጵያ #mesmermicroloan