ባንካችን ከመላው ዓለም የሚላክልዎትን ገንዘብ በፍጥነት እንዲደርስዎ ከበርካታ ዓለም አቀፍ ገንዘብ አስተላላፊ ወኪሎች ጋር አብሮ እየሰራ ይገኛል፡፡ ለበለጠ መረጃ https://awashbank.com/remittance/ ይጎብኙ! Baankiin keenya maallaqa addunyaa mara irraa ergame saffisaan akka isin qaqqabuuf bakka bu’oota daddabarsa maallaqaa idil-addunyaa hedduu waliin hojjechuu irratti argama. Odeeffannoo dabalataaf https://awashbank.com/remittance/ daawwadhaa. 14.3K views06:32