Get Mystery Box with random crypto!

Atileet Daraartuu Tulluu waa'ee #SirnaGadaa 'Anaaf sirni gadaa | 𝗕𝗶𝗿𝗾𝗶𝗶 𝗞𝗼𝗼

Atileet Daraartuu Tulluu waa'ee #SirnaGadaa
"Anaaf sirni gadaa seera kamuu caalaa sirna qabeessa dha.
"Sirna amma jiru kana keessaa ummanni hangam sirna kana
kabajaa jira? Mootummaan hagam kabajaa jira? Hangam
kabajaa jirra?!

@birqiik