Get Mystery Box with random crypto!

​​Gutu Abera Hawanawa Lyrics Eessa jirtaa shaggiituu Xalayy | Cover Musics & Lyrics♥️♥️♥️

​​Gutu Abera
Hawanawa Lyrics



Eessa jirtaa shaggiituu
Xalayyaa naan ergituu
Yanni koo bar si duwwaa
Shaggee baredduu shawaa
Onne koo fuutee deemtee
Bar maratuu naa gootee
Qalbii koo fuutee deemtee
Naan deebisin fuudhadhu
Jalallee onnee keemmoo
Jalaala keen aa laadhu
Yanni koo bar sii duwwaa
Shagge bareedduu
Hawwan hawwaa si'in hawwaa
Hawwan hawwaa si'in hawwaa
Hawwan hawwaa si'in hawwaa
Hawwan hawwaa si'in hawwaa
Haala hin mijjeffannee hin jedhuu
Deemen dhufee karaa dheeraa aaaa
Wagga baay'eettan si eegee (Wagga baay'eettan si
eegee)
Qofan galani muradheeraa aaaa (Qofan galani
muradheeraa aaaa)
Ya shaashitu intalaa shawaa (Ya shaashitu intalaa
shawaa)
Onneen koo bar sumaan hawwaa aaaaa (Onneen koo
bar sumaan hawwaa aaaaa)
Akka ji'a halkani kan ibsuu qaroon kee
Ilaaleetan dhabe barbaade fakii kee
Biyya hundaa deeme hin dhabe ilaale
Addunyaarra hin jirtu bareenni si caale
Koottu na simadhu himadhu bareedditti shawaa
Onneen na roraa'ee sima qofan hawwaa
Hawwan hawwaa siin hawwaa
Hawwan hawwaa siin hawwaa
Hawwan hawwaa siin hawwaa
Hawwan hawwaa siin
Hawwan hawwaa siin hawwaa
Hawwan hawwaa siin hawwaa
Hawwan hawwaa siin hawwaa
Hawwan hawwaa siin hawwaa
Hibboon si gaafadha gaaffii
Amma naa deebisi dafii
Bareedduu uumamaa addaa
Na gaafadhu maali barbaaddaa
Siifan gurgura surreekoo
Yoo barbaaddessi luubbuukoo
Ilkaankee aannaanii mudhiinkee kan sonsaa
Ijikee taliilli dheebuu nama baassaa
Akka dugda nama taatetu yaadamtaa
Tullu gubbaa baatee iftee nama waamtaa
Kottaa na ilaalaa asin jira jettaa
Kumni si hawwatee jooraakee maal goota
Hawwan hawwaa siin hawwaa
Hawwan hawwaa siin hawwaa
Hawwan hawwaa siin hawwaa
Hawwan hawwaa siin
Hawwan hawwaa siin hawwaa
Hawwan hawwaa siin hawwaa
Hawwan hawwaa siin hawwaa
Hawwan hawwaa siin hawwaa
Onne koo fuutee deemtee
Bar maratuu naa gootee
Qalbii koo fuutee deemtee
Naan deebisin fuudhadhu
Jalallee onnee keemmoo
Jalaala keen aa laadhu
Yanni koo bar sii duwwaa
Shagge bareedduu
Hawwan hawwaa siin hawwaa
Hawwan hawwaa siin hawwaa
Shagge bareedduu
Hawwan hawwaa siin hawwaa
Hawwan hawwaa siin hawwaa


For More Join Us @cover_musics