🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Harree ta'i ja'e Nan harroome Ba'aa humnaa oliitu Narratti f | Dirree Beekumsaa

Harree ta'i ja'e
Nan harroome
Ba'aa humnaa oliitu
Narratti fe'ame.

Farda taata ja'ee
Na yaabbate
Tuulluu meeqa saggaaraa
Naan dhaabbate.

Hin beeyne ta ammaa
Akhuma garaan na sodaata
Hoolaa ta'i je'aa
Na qalatuu deema fakkaata.

#Looret_tsegaye