Get Mystery Box with random crypto!

Falaasamnii dhawaa oromoodhaa heera urjii kan warra griikootaa | ancient history of oromoo and oromia

Falaasamnii dhawaa oromoodhaa heera urjii kan warra griikootaa ni dursa.ammas gama tokkoon wal fakkaata.Astron
omos jachuun afaan griikiitiin astron jachuun Urjii jachu hoggaa tahu nomos jachuun heera. Heerri dhahaa oromo kan hundaa'e urjii fi ji'a irratti.kuniis ega oromoon qonna eegaltte booda falaasam dhufe.ayyaanaa kam keessa ykn yeroo tam keessa akka midhaan facaasuu qabdu beekuuf
Jacha.garuu ega saayinsii hawa qorachuu eegaltte yeroo dheeraadha.fkn :-dhahaa oromo keessatti waan hunda dura Ayyaanaa uummame jedha.
Achii booda ji'a uumame jedha. .nama dura mukaa fi bishaantu uumame jedha.gara saayinsiitiin yoo laalee lafa dura dhugaadha ji'a dursa jedha.
Umriin dachiidha akka saayinsiin jattutti Amata biliyoona 4-5 yeroo tahu kan ji'a Amata biliyoona 4-51.Ayyaantuun oromoodha ji'oota 12 keessaa ayyaanoota hedduu aayyaanan. Ammaas nama dura mukaa fi bishaantu uummame jedhu.isaaniis ji'a fulbanaa keessa uummaman ja'uu. Dachiin Abraasaa keessa uummamtte ja'uu. Aduun Adooleessa keessa,jiini Ammajjii keessa uummame ja'uu.