Get Mystery Box with random crypto!

www.daldalaa.com Marsaariitiin daldalaa www.daldalaa.com jedh | ancient history of oromoo and oromia

www.daldalaa.com

Marsaariitiin daldalaa www.daldalaa.com jedhamu ifoomun tajaajila eegale.

• www.daldalaa.com warraaqsa diinagdee keessatti bu'aa guddaa taphata jedhamee eegama.

• Daldaltoonni kamiyyuu galmaa’uun meeshaalee fi tajaajila keessan marsaritii kana irratti gurgurachuu ni danda'u.

• Fayyadamtoonni marsaariitii kana irraa meeshalee barbaaddan hundaa karaa salphaa ta'een argachuu ni danda'u.

• www.daldalaa.com irratti galmaa’uun meeshaalee akka bilbila, laptooppii, Taableetii, Tiivii, konkolaataa, mana jireenyaa uuffataa fi kkf bitachuu fi beeksifachuu ni danda'ama.

Galmaa’uun tajaajila kana fayyadamaa.

www.daldalaa.com/register
www.daldalaa.com/register