Get Mystery Box with random crypto!

Ossoo magaalaan harar umar al-Ridaan (sheikh Abaadiirn) hin hu | ancient history of oromoo and oromia

Ossoo magaalaan harar umar al-Ridaan (sheikh Abaadiirn) hin hundaawiin dura akka oromoon
Naannawa magaalaa Harar qubachaa turtee maali ragaan?
Ragaan tokko kana:- akka ragaan barreeffama ibsutti ossoo umar al-Rida (sheikh Abaadiir) Bara 1234 gara harar hin dhufiin dura ilmaan oromo namni lama Quraana barachuuf Yaman dhaqan.isaaniis shiekh usman kan gosti isaa jaarsoo fi sheikh Ali kan gosti isaa Alaa Abbaadhoti. Sheekootiin tun yeroo biyyati dacha'aan umar Al-Rida (shiekh Abaadiir) akka
Ummata isaanni ilmi barsiisuuf gara biyyaa fiidanii dhufan.achii booda ega biyya Oromo dhufee boodas jarri kun sheekh Abaadrii fi oromoota jiddutti turjumaana tahanii hojjacha
turan.achii booda lafa Amma magaalaan harar
Irra jirtu tana sheikh Abaadiir akka galma itti jaaratuuf kannameef.
Yeroo San gooroo fugugitti gadaan gadaa dagga goobanaa jedhama.magaalaan guddoon bulchinsa Dakkar Goobana jedhamti.