🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Dubbannee hin quufnu Ganamaaaf galgalaa Jibbi gad-aanudha kan | ancient history of oromoo and oromia

Dubbannee hin quufnu
Ganamaaaf galgalaa
Jibbi gad-aanudha
kan caalu Jaalala
-
Jibba yaa jibbinuu
Jaalalaan yaa moonuu
Jaalalaa faarsudhaaf
Maatiiwwan yaa taanuu