Dubbannee hin quufnu Ganamaaaf galgalaa Jibbi gad-aanudha kan caalu Jaalala - Jibba yaa jibbinuu Jaalalaan yaa moonuu Jaalalaa faarsudhaaf Maatiiwwan yaa taanuu 30 views¥dnk Kachu, 18:36