Get Mystery Box with random crypto!

Siiqqee Araaraa ~ Sirni Eebba kitaabaa mata dureen isaa 'SIIQQ | ancient history of oromoo and oromia

Siiqqee Araaraa
~
Sirni Eebba kitaabaa mata dureen isaa "SIIQQEE ARAARAA" jedhu dilbata dhufu Hagayya 30/12/2013 giddu gala Aadaa Oromootti haala hoo'aan ni gaggeeffama.

Odeeffannoo Dabalataaf
https://t.me/hii_xuu