Get Mystery Box with random crypto!

Suuraa Fitawraari waldagorgiis bara 1890 finfinnee. Namni kun | ancient history of oromoo and oromia

Suuraa Fitawraari waldagorgiis bara 1890 finfinnee. Namni kun Bara 1886-1887 lola carcar gubbatiif achii booda ega oromo fixe booda muudamnni 'Ras' jedhamu kanameef. sadarkaan angoo 'Ras' jedhamu akka sadarkaa ammatti "Ganaral" kan ja'amu kana. Jalaqaba Bara minilik San Warrii angoo 'Ras' qabu Ras dargeefi Ras gobanaa daceeti.garuu haatahu malee
Angoon Ras dargetiif tan Ras gobanaa walqixamitti