Channel address:
Categories:
News
Language: English
Subscribers:
17.02K
Description from channel
🏉FBC AFAAN OROMOO [Irraa kan odeffannedha malee kan studeo irraa darbuu miti ] hubadhu.
🚰Yaada @admiinii_bot
Ratings & Reviews
Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.
5 stars
0
4 stars
2
3 stars
1
2 stars
0
1 stars
0
The latest Messages
2022-12-27 13:47:20
Sharafni alaa Doolaarri miiliyoona 20 seeraan ala walitti qabame uggurameFinfinnee, Mudde 17, 2015(FBC)- Seeraan ala sharafni alaa Doolaarri miiliyoona 20 walitti qabame ugguramuu Tajaajilli Nageenya Faayinaansii beeksise.M...
1.1K views10:47
2022-12-27 13:47:20
Lammiileen kumni 1 fi 187 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’anFinfinnee, Mudde 17, 2015(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 187 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame.Lammiilee kanneen keessaa 772 dh...
1.1K views10:47
2022-12-27 13:47:20
Piroojektii seeftineetiin namoota daandiirra jiraatan kuma 20fi 991 fayyadamoo taasisuun danda’amuu ibsameFinfinnee, Mudde 17, 2015(FBC)- Piroojektii seeftineetiin namoota daandiirra jiraatan kuma 20fi 991 fayyadamoo taasisuun danda’amuu Ministeerri Dhimma...
1.1K views10:47
2022-12-27 13:47:19
Karoora raawwii Dhibee Koleeraa dhabamsiisuurratti qorannoon gaggeeffamaa jiraFinfinnee, Mudde 17, 2015 (FBC) – Karoora raawwii Dhibee Koleeraa dhabamsiisuurratti qorannoon gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.Karooricha, Ministe...
1.1K views10:47
2022-12-21 12:40:46
Fayyadamummaa oomishtoota bunaa fooyyessu Waldaan Biyyaalessa Buna Ityoophiyaa hundaa’eFinfinnee, Mudde 11, 2015 (FBC) – Fayyadamummaa Oomishtoota Bunaa fooyyessuuf Waldaan Biyyaalessaa Buna Ityoophiyaa ifatti hundaa’eera.Waldaalee...
599 views09:40
2022-12-21 12:40:46
Koreen dhaabbii Caffee Oromiyaa hawaasa magaalaa Bishooftuu waliin mari’ateFinfinnee, Mudde 11, 2015 (FBC) – Jilli Dura Taa’aa Koree Dhaabbii Misooma Magaalaa Caffee Oromiyaa Obbo Abdulqaadir Huseeniin durfamu haw...
600 views09:40
2022-12-21 12:40:46
Baatiiwwan 5 darbanitti oomisha bunaarraa galii Doolaarri miiliyoonni 615 ol argamuu ibsameFinfinnee, Mudde 11, 2015(FBC)- Baatiiwwan shanan darbanitti oomisha bunaa gabaa alaaf dhiyaaterraa galii Doolaarri miiliyoonni 615 ol argamuu Abbaan ...
500 views09:40
2022-12-21 12:40:46
Oromiyaatti Manneen Barnootaa kuma 9’f galteewwan nyaata barattootaa dhiyaachaa jira – BGOFinfinnee, Mudde 11, 2015 (FBC) – Oromiyaatti Manneen Barnootaa kuma 9’f galteewwan nyaata barattootaaf barbaachisan hawaasarraa walitti qabamuu...
567 views09:40
2022-12-21 12:40:45
Haqniifi olaantummaan seeraa akka kabajamuuf qaamooleen haqaa qindoominaan hojjachu qabu jedhameFinfinnee, Mudde 11, 2015 (FBC) – Waltajjiin marii qaamoolee haqaa naannoo Ummattoota Kibba Lixaa Ityoophiyaa magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa ji...
559 views09:40
2022-12-19 12:28:56
Hojiin suphaa buufata madda anniisa Rappii hojjetamaa jiraachuu ibsameFinfinnee, Mudde 10, 2015(FBC)- Hojiin suphaa buufata madda anniisa Rappii hojjetamaa jiraachuu ibsameera.Buufatichi balfa goggogaarraa anniisaa kan m...
217 views09:28