🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Haala harr’aa laalte Hin muratin abdii Jiruun addunyaadhaa Bu’ | Heart love

Haala harr’aa laalte
Hin muratin abdii
Jiruun addunyaadhaa
Bu’aa bahi qabdi
Harra gad si qabduus
Boruu ol si qabdii