Get Mystery Box with random crypto!

GADAA MAGAZINE

Logo of telegram channel gadaamagazine — GADAA MAGAZINE G
Logo of telegram channel gadaamagazine — GADAA MAGAZINE
Channel address: @gadaamagazine
Categories: Animals , Automobiles
Language: English
Subscribers: 8.70K
Description from channel

Contact: @gadaamagazineBot

Ratings & Reviews

2.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

1


The latest Messages

2021-08-01 14:06:27 Yuunvarsiitiin Finfinnee hayyoota 15f sadarkaa Proofeesarummaa guutuu laateera.

Boordiin hoggansaa Yuunvarsiitii Finfinnee ragaa proofeesarummaa guutuu dhiyaate ilaaluun sadarkaa kabajaa kana raggaasiiseera.
Haaluma kanaan:-
Dooktar Fayyeera Sanbataa
Dooktar Isheetuu Gurmuu
Dooktar Hagos Biluutsi
Dooktar Taammiraat Baqqalaa
Dooktar Gazzahaanyi Maammoo
Dooktar Kabbadaa Ammanuu
Dooktar Salamoon Tafarraa
Dooktar Makbib Afawarq
Dooktar Abaabaw Fiqaaduu
Dooktar Iyyaasuu Eeliyaas
Dooktar Daamxee Shimallis
Dooktar Amazanaa Taaddasaa
Dooktar Yiliqaal Addaamu
Dooktar Daani’eel Zawudinehii fi Dooktar Tasfayee Sisaayiif sadarkaa Proofeesarummaa guutuu laachuu ragaan fuulaYuunvarsiiticharraa argame ni muul’isa.

#Share
@Gadaamagazine
@Gadaamagazine
734 views11:06
Open / Comment
2021-08-01 14:00:32 Ijaarsa hidha haaromsaa guddicha Ityoophiyaaf guyyaa tokkootti deeggarsi doolaraa Ameerikaa kumni 100 walitti qabameera.

Ameerikaatti Ambaasaddarri Ityoophiyaa Fitsuum Araggaa guyyaa har’aa fuulaa miidiyaa hawaasaasaanirratti yeroo jalqabaaf deeggarsa hidha haaromsaaf sa’aati 24 keessatti doolaarri Ameerikaa kumni 100 walitti qabamuu ibsaniiru.

Deeggarsichaas “diyaaspooraa Ityoophiyaan seenaa haaraan galma’eera” jechuun ibsaniiru.

Dabalataniis ijaarsa hidha haroomsaaf deeggarsa taasisuun ummanni miiliyoona 60 ol yeroo jalqabaatiif ifa akka arguf sababa ta’aa jirus jedhaniiru.

Ambaasaddar Fitsuum diyaaspooraa Ameerikaa jiraatan kan deeggarsa taasisan galateeffataniiru.

#Share
@Gadaamagazine
@Gadaamagazine
726 views11:00
Open / Comment
2021-08-01 13:56:37 ‘Aarsaa lubbuu kaffalaa kan jiru gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiigakoo nan arjooma” mata duree jedhuun Magaalaa Jimmaatti sagantaan dhiiga arjoomuu raawwatamaa jira.

Dagaggoonni magaalaa Jimmaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga arjooman Birmadummaa biyyaa kabachiisuuf kan duulaa jiru Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa kamuu taasisuuf boodatti hin deebinuu jedhaniiru.

Dargaggoonni kunneen akka jedhanitti, Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga keenya miti lubbuu keenyayyu ni kenninaa jedhan.

Ityoophiyaa tokkummaan haleellaa kamirraayyu ittisnee biyya misoomtee fi naga qabeetti taate ijaaruuf hojjechuu qabnas jedhan, dargaggoonni kunneen.

Raayyaa ittisa biyyaa gama hundaan deeggaruuf qophii ta’uus dubbataniiru.

Qindeessaan Baankii Dhiigaa Jimmaa Obbo Hayidar Umar akka ibsanitti, hawaasni Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiigasaa arjoomuun deeggarsa Raayyaa Ittisa biyyaaf qabu mul’isaa jira.

Sagantaan Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga arjoomuu dheengadda eegalee cimee itti fufeeras jedhan.

Maddi:-TOI
@Gadaamagazine
@Gadaamagazine
719 viewsedited  10:56
Open / Comment
2021-07-31 21:25:42 Eebbifamtuu Walaloo Afaan Oromoo Haaraa 2021. Ittiin bohaaraa



1.2K views18:25
Open / Comment
2021-07-30 09:10:10 Si Faanan Jira

Walaloo Afaan Oromoo Haaraa Mata Dureen Isaa Si Faanan Jira Jedhu Kaachuu Entertainment irratti daawwadhaa. Hiriyoota keessan affeeraa. Subscribe gochuun Aadaa keenya yaa ta'u.



3.1K views06:10
Open / Comment
2021-07-29 22:20:48 Waajjirri Muummee Ministiraa fi Ministeerri Geejjibaa haala raawwii proojektoota daandii harkifataan furuun danda’amurratti marii taasisaaniiru.

Marii kanarrattis qaamolee dhimmi isaan ilaallatu argamaniiru.

Gabaasni raawwii proojektoota daandii harkifatanii fi sababa isaa irratti xiyyeeffatuu dhiyaateera.

Dhimmoonni daangaa waliin walqabataan, gurma’insa humna namaa,galtee meeshaalee garaagaraa, humna raawwachisummaa kontiraaktarootaa fi qindoomina dhabuun dhaabbilee misoomaa sababoota gurguddoo ta’uu ka’eera.

Ministir Deettaan Ministeera Geejibaa obbo Kaasahuun Goofee proojektoonni raawwii fooyyaa’aa qaban baayyee jiraachuu ibsuun,akka waliigalaatti proojektoonni raawwii gad aanaa agarsiisaan 11 ta’uu dubbataniru.

Proojektoonni harkifatan kunneen yeroo jedhametti akka xumuramaniif qaamoleen dhimmi ilaallatu xiyyeeffannoon hojjetamuu akka qabu eeraniiru.

Hanqinoonn jiran furamuun Proojektoonni kunneen hanga Fulbaana 30, 2014tti akka xumuraman kallattiin kennameera.

Maddi:-TOI
@Gadaamagazine
775 views19:20
Open / Comment
2021-07-29 22:18:49 Dubbi-himaan Minsteera Dhimma Alaa Itoophiyaa Ambaasaddar Diinaa Muftii Sudaan loltoota ishee daangaa Itoophiyaa keessa akka baaftu hawaasni addunyaa hubachiisuu qaba jedhan.
Ambaasaddar Diinaan ibsa har’a miidyaaleef kennaniin, Sudaan waliigaltee bara 1972 biyyoonni lamaan irra gahan akka kabajuu qabdu akeekkachiisaniiru.
Waraanni Sudaan naannoo daangaa Itoophiyaatti riqichaafi buufataalee waraanaa ijaaruurratti akka argamu ibsuun, dhimmicha hawaasa addunyaatti ibsuu eeraniiru.
Sudaan sochii kanarraa of qusachuu akka qabdu kaasuu cinatti, waldhabbiin biyyoota lamaan giddutti uumame karaa nagaa qofaan furamuu akka qabu dubbataniiru.

#Share
@Gadaamagazine
757 views19:18
Open / Comment
2021-07-24 19:48:21 Smart phone and iPhones.
Call us. 0911183022
0902329739
Join on Telegram
https://t.me/joinchat/SbczCxdq6DgjMlC_
SAMSUNG PHONES
>A10s=32/2gb RAM.........8000bir
>A11=32/2gb RAM...........8000bir
>A02=64/3gb RAM...........8000bir
>A02s=32/3gb RAM ..........8200
>A02s=64/4gb RAM...........9500bir
>A12=128/4gb RAM.........11500bir
>A31=128/6gb RAM.........14,200bir
>A32=128/6gb RAM.........15500bir
>A51(5G)=128/6gb RAM...17,000bir
>A71(5G)=128/8gb RAM ...21,000
>S8+=64/4Ram.................13.000bir
>S9=64/4Ram....................13.500bir
>Note8=256/6Ram............16500bir
>S9+=64/6RAM ................14,700birr
>S9+=256/6Ram................15500bir
>Note9=128/6gb RAM......19,500bir
>S10=128/8gb RAM.........18,500bir
>S10+=128/8gb RAM ......23,500bir
        APPLE PHONES
https://t.me/joinchat/V61yRcUbYwj_4Xj5
Iphone6s=32GB...........7,500bir
Iphone 7=32GB.............8,500bir
Iphone7=128GB............10,000bir
Iphone7plus=128GB(𝑠𝑖𝑙𝑑)....17,000bir
Iphone8=64GB..............13,000bir
Iphone8=256gb(Slightly used)...14,500
Iphone8plus=64GB(New)......20,500bir
Iphone8plus=256GB(New).....24,000bir
IphoneX=64GB(Used)..............22,000bir
Join On Telegram
https://t.me/joinchat/V61yRcUbYwj_4Xj5https://t.me/joinchat/V61yRcUbYwj_4Xj5
Call us on Text 0911183022
0902329739
1.7K views16:48
Open / Comment
2021-07-24 18:18:41 Si Faanan Jira

Walaloo Afaan Oromoo Haaraa Mata Dureen Isaa Si Faanan Jira Jedhu Kaachuu Entertainment irratti daawwadhaa. Hiriyoota keessan affeeraa. Subscribe gochuun Aadaa keenya yaa ta'u.



2.1K views15:18
Open / Comment
2021-07-22 13:17:49 Sirba Haacaaluu Hundeessaa Tiktok irratti daawwattoota hedduu argatan daawwadha.



2.9K views10:17
Open / Comment