➲ Raayyaa waraanaa keessatti qacaramuuf jedhee dhukkubni ‘Asthma’ isa rakkisee utuu hin qacaramin hafe.
➲ Bara 1988 Biden yaalii baqaqsanii yaaluu ujummoo dhiigaa kan sammuu (surgery for a brain aneurysm) taasise. Ji’a sadii booddees irra deebi’ee surgery ta'e.
➲ Haadha manaa fi mucaa isaa balaa konkolaataan dhabe. Kana hordofee rakkoo sammuu godhachuudhaan hanga ajjeechaaf of saaxiluutti deemee ture.
➲ Joe Biden Pirezidaantii (president-elect) United States 46ffaa ta'uuf filatameera. Namoota wantoota baay’ee rakkisoo ta'een wal qabanii jiraniif dhaamsi isaa kanadha. Yaadadhaa “Yeroon baay’ee cimee nama rakkisu hanga dhumaatti hin jiraatu, namni cimaan garuu ni jiraata.”