🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

GOCHAA GUYYAA GUYYAA John Maxwell: ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ➊. 'Yeroo hunduma | GAGGEESSUMMAA

GOCHAA GUYYAA GUYYAA John Maxwell:
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➊. "Yeroo hundumaa namootaaf gatii nan kenna. Yoon namootaaf gatii kennuu baadhe, homaa namootaaf GATII hin daballe yookiin hin fayyadne."

➋. "Yeroo hundumaa karaan ittiin GATII namootaaf kennu itti nan yaada."

➌. "Yeroo hundumaa karaan ittiin namootaaf GATII kennu nan barbaada."

➍. "Yeroo hundumaa wantin hojjedhu gochaa GATII namootaaf kennuuti:
Yeroo hundumaa daqiiqaa 10f qabeenya qabadheen:-
Har'a eenyufan Gatii kenna?
Har'a eenyun tajaajila?"

➎. "Yeroo hundumaa namoonni GATII namootaaf akka kennan nan jajjabeessa."

@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa